Pular para o conteúdo
Publicidade

Hebreus 13

Tajaajila Waaqa Gammachiisu

1 Yennaa mara akka obboleeyyanii wol jaaladha’a! 2 Keessummaa fudhattanee keessummeessiisa hin dedhina’a; sababille akkas godhiisaan namooti gariin adoo hin beekin ergantoota Waaqaa fudhatanee keessummeessaneeran. 3 Akka isaan woliin hidhantanee jirtanuutitti, worra hidhameeru yaadadha’a! Akka isaan woliin rakkatiisatti jirtanuutitti, worra rakkinna fudhatiisatti jiru yaadadha’a!

Veja também