Pular para o conteúdo
Publicidade

Ibroota 13

Daadimata Muumme’ee

20 Waaqi Abbaan nageyaa, ka dhiiga gondooroo bara baraatiin, tissee hoole’ee guddicha, Goottaa keenna Yesuus du’aa kaase, 21 fedhii isaa akka muummessitanuuf waan dansaa maraan isin hidhachiisu; waan isa gammachiisulle, karaa Yesuus Kiristoosiitiin nu keessatti hujuu ti. Ulfinni haga bara baraa Yesuus Kiristoosiif te’u! Ameen.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também