Pular para o conteúdo
Publicidade

João 4

21 Yesuus, «Dubartii tana, gaara kana gubba’atti yookiin Yerusaalemitti yennaan kolbaan Abbaa hin waaqonfanne akka dhufaartu na dhugeeffadhu. 22 Isin worri Samaariya’aa waan waaqonfattanu hin beettanu; nuuti ammoo Yihudooti fayyinni Yihudoota keessaa waan dhufuuf, waan waaqonfannu beenna. 23 Yennaan worri dhuga’aan waaqonfatu, Ayyaanaa fi dhuga’aan Abbaa waaqonfattu ammoo hin dhutti; ammumaayyuu dhutteerti. Inni worra akkas dhuga’aan isa waaqonfatanu barbaada.

Veja também