Publicidade

Juízes 3

Ehud Israa’eloota Rakkinna jalaa Baase

12 Israa’elooti ammalle Mootii Waan Maraa duratti waan hantuu hujje; waan kanaaf Mootiin Waan Maraa mootiin Mo’aabii Egloon akka Israa’eloota injifatu hunna kenneef. 13 Egloon mootota Amoonotaatii fi Amaaleqootaa ede’atee, Israa’eloota lolee, qachaa meexxi’ii3:13 Qachaa meexxi’ii: Qachaan kun Yeriko’o. qabate.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-