Pular para o conteúdo
Publicidade

Wongeela Luqaasii 1

Dhalooti Yohaannisii Cuupha’aa Duraanuu Himame

5 Bara Heroodis mooticha biyya Yihuda’aa te’eerutti, balbala hayyootaa, gooree Abiiya’aa keessaa hayyichi Zakaariyaas jedhamu tokko jira. Niitiin isaalle sanyii Aaronii ti; maqaan isi’ii Elsaabeex jedhama. 6 Isaan lamaanuu ajajaa fi seera Gootta’aa maraaf ajajamaa fuula Waaqaa duratti le’ii dansaa le’ane.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também