Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Coríntios 6

13 "Nyaanni garaadhaaf; garaanis nyaataaf;" Waaqni garuu lachan isaanii iyyuu ni balleessa. Dhagni Gooftaa tajaajiluudhaaf malee halalummaaf miti; Gooftaanis dhagnaaf. 14 Waaqni humna isaatiin warra duʼan keessaa Gooftaa kaaseera; nus akkasuma ni kaasa.

Veja também