Pular para o conteúdo
Publicidade

Amoos 7

14 Amoos immoo akkana jedhee Amasiyaaf deebise; "Ani raajii yookaan ilma raajii miti; garuu ani tiksee fi eegduu muka harbuun ture. 15 Waaqayyo garuu tika bushaayee keessaa na fuudhee, ‘Dhaqii saba koo Israaʼelitti raajii dubbadhu’ naan jedhe.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também