Pular para o conteúdo
Publicidade

Mulʼata 7

17 Hoolichi walakkaa teessoo sanaa jiru

tiksee isaanii ni taʼaatii;

inni gara burqaa bishaan jireenyaatti isaan geessa.

Waaqnis imimmaan hunda ija isaanii irraa ni haqa.’ "

Veja também