Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "salvação"

200 resultados encontrados

  1. Provérbios 8

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 1–20 de 36

    1Ogummaan hin iyyuu?Hubannaanis sagalee isaa ol hin fudhatuu?

    10Qooda meetii gorsa koo,warqee qulqulluu caalaas beekumsa filadhu;

    20Ani karaa qajeelummaa irra,daandii qajeelaa irras nan deema;

  2. Salmos 113

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 113
    Mostrando versículos 1–5 de 9

    1Haalleluuyaa.Yaa tajaajiltoota Waaqayyoo, galata galchaa;maqaa Waaqayyoo jajadhaa.

    3Baʼa biiftuutii hamma lixa biiftuutti,maqaan Waaqayyoo haa jajamu.

    5Kan akka Waaqayyo Waaqa keenyaisa gubbaa teessoo isaa irra taaʼu sanaa eenyu?

  3. Jó 9

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 9
    Mostrando versículos 8–19 de 35

    8Isa qofatu samiiwwan diriirsa;dambalii galaanaa irras ni deema.

    13Waaqni dheekkamsa isaa hin deebisu;warri Raʼaabin gargaaran iyyuu gad deebiʼu.

    19Waaʼee jabinaa taanaan inni jabaa dha!Waaʼee murtii qajeelaas taanaan eenyutu isa waamuu dandaʼa?

  4. Provérbios 18

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 18
    Mostrando versículos 3–13 de 24

    3Yeroo hamminni dhufu tuffiin dhufa;salphinnis qaanii wajjin dhufa.

    10Maqaan Waaqayyoo gamoo jabaa dha;namni qajeelaan itti baqatee badiisa oola.

    13Utuu hin dhaggeeffatin deebii kennuun,gowwummaa fi qaanii dha.

  5. Salmos 18

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 18
    Mostrando versículos 26–46 de 50

    26Nama qulqulluutti qulqulluu taata;nama jalʼaatti immoo jalʼaa taata.

    31Waaqayyo malee Waaqni eenyu?Waaqa keenya malees kattaan eenyu?

    46Waaqayyo jiraataa dha! Kattaan koo haa eebbifamu!Waaqni Fayyisaan koo ol ol haa jedhu!

  6. Jó 28

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 28
    Mostrando versículos 1–15 de 28

    1Dhugumaan iddoon meetiin keessaa qotamu,lafti warqeen itti baafamee qulqulleeffamu jira.

    12Ogummaan garuu eessaa argamti?Hubannaanis eessa jiraata?

    15Warqeen qulqulluun isa bituu hin dandaʼu;gatiin isaas meetiidhaan hin madaalamu.

  7. Provérbios 27

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 27
    Mostrando versículos 5–19 de 27

    5Jaalala dhokfamee mannaaifannaa ifatti baʼe wayya.

    14Namni tokko ganamaan sagalee ol fudhatee ollaa isaa yoo eebbisewanni sun akka abaarsaatti fudhatama.

    19Akkuma bishaan fuula namaa argisiisu sanagaraan nama tokkoo eenyummaa namichaa argisiisa.

  8. Salmos 149

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 149
    Mostrando versículos 1–7 de 9

    1Haalleluuyaa.Faarfannaa haaraa Waaqayyoof faarfadhaa;waldaa qulqullootaa keessatti illee isa jajadhaa.

    3Maqaa isaas shuubbisuudhaan haa jajatu;dibbee fi baganaadhaan isaaf haa faarfatu.

    7kunis sabootatti haaloo baʼuu finamoota adabuudhaaf;

  9. Jó 4

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 7–17 de 21

    7"Ammas yaadadhu; namni qulqulluun takkumaa badee beekaa?Qajeelonni eessatti badanii beeku?

    13Abjuu halkanii sodaachisaa keessa,yommuu hirribni cimaan nama qabatutti,

    17‘Namni duʼa hin oolle, Waaqa caalaa qajeelaa taʼuu dandaʼaa?Namni Uumaa isaa caalaa qulqulluu taʼuu dandaʼaa?

  10. Salmos 34

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 34
    Mostrando versículos 12–17 de 22

    12Namni jireenya jaallatu, kan bara gaarii arguudhaafisbara baayʼee hawwu eenyu?

    14Hammina irraa deebiʼi; gaarii hojjedhu;nagaa barbaadi; duukaa buʼis.

    17Qajeeltonni gargaarsaaf iyyatu; Waaqayyos isaan dhagaʼa.Rakkina isaanii hunda keessaas isaan baasa.

  11. Jó 39

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 39
    Mostrando versículos 9–27 de 30

    9"Gafarsi si tajaajiluuf siif ajajamaa?Dallaa kee keessas ni bulaa?

    20Akka inni akkuma hawwaannisaatti utaalu ni gootaa?Ulfinni korrisa isaas sodaachisaa dha.

    27Risaan ajaja keetiin ol baʼeeol fagootti mana isaa ijaarrataa?

  12. Salmos 20

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 20
    Mostrando versículos 2–9 de 9

    2Inni iddoo qulqulluudhaa gargaarsa siif haa ergu;Xiyoon irraas jabina siif haa kennu.

    5Yommuu ati moʼattutti ililchineemaqaa Waaqa keenyaatiin faajjii keenya ol fudhanna.Waaqayyo waan ati kadhattu hundumaa siif haa kennu.

    9Yaa Waaqayyo, ati mootiidhaaf moʼannaa kenni!Yommuu nu si waammannuttis deebii nuu kenni!

  13. Jó 26

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 26
    Mostrando versículos 3–13 de 14

    3Nama ogummaa hin qabneef gorsa akkamii kennite!Beekumsa guddaa akkamiis argisiifte!

    6Duuti fuula Waaqaa duratti qullaa jira;badiisnis waan isa dhoksu hin qabu.

    13Hafuura baafatuun samiiwwan qulqulleesse;harki isaas bofa shawwisaa waraane.

  14. Salmos 41

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 41
    Mostrando versículos 1–3 de 13

    1Namni hiyyeessaaf yaadu eebbifamaa dha;guyyaa rakkinaatti Waaqayyo isa ni oolcha.

    2Waaqayyo isa ni eega; bara jireenya isaas ni dheeressa;lafa irratti isa eebbisa;hawwii diinota isaattis dabarsee isa hin kennu.

    3Waaqayyo siree inni dhukkubsatee irra ciisu irratti isa kunuunsa;fayyisees siree dhukkubaa irraa isa ni kaasa.

  15. Salmos 137

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 137
    Mostrando versículos 4–9 de 9

    4Nu utuu biyya ormaa jirruu,akkamitti faarfannaa Waaqayyoo faarfachuu dandeenya?

    8Yaa intala Baabilon, kan baduudhaaf qophoofte,inni waan ati nu goote sanaaf,gatii kee siif kennu eebbifamaa dha.

    9Inni daaʼimman kee qabeedhagaa irratti caccabsu sun eebbifamaa dha.

  16. Salmos 32

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 32
    Mostrando versículos 1–11 de 11

    1Namni yakki isaa dhiifameef,kan cubbuun isaas haguugameef,eebbifamaa dha.

    2Namni Waaqayyo cubbuu itti hin lakkoofne,kan hafuura isaa keessas gowwoomsaan hin jirre,eebbifamaa dha.

    11Yaa qajeeltota, isin Waaqayyotti gammadaa; ililchaas;warri garaa qulqulluu qabdan hundinuu ililchaa.

  17. Salmos 29

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 29
    Mostrando versículos 6–8 de 11

    6Inni Libaanoonin akka jabbiitti,Siiriyoonin immoo akka dibicha gafarsaatti ni utaalchisa.

    7Sagaleen Waaqayyoobalaqqeessa bakakkaatiin rukuta.

    8Sagaleen Waaqayyoo gammoojjii sochoosa;Waaqayyo Gammoojjii Qaadesh sochoosa.

  18. Salmos 88

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 88
    Mostrando versículos 11–14 de 18

    11Jaalalli kee awwaala keessatti,amanamummaan kee immoo Qilee keessatti ni labsamaa?

    12Dinqiiwwan kee dukkana keessatti,yookaan qajeelummaan kee biyya irraanfannaa keessatti ni beekamaa?

    14Yaa Waaqayyo, ati maaliif na gatta?Fuula kees maaliif na duraa dhokfatta?

  19. Salmos 139

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 139
    Mostrando versículos 7–19 de 24

    7Hafuura kee biraa ani eessa dhaquun dandaʼa?Fuula kee duraas ani eessatti baqachuun dandaʼa?

    17Yaa Waaqi, yaada kee hubachuun akkam ulfaata!Baayʼinni isaas akkam guddaa dha!

    19Maaloo yaa Waaqi, ati utuu hamoota fixxee!Warri dhiiga namaa dhangalaaftan, narraa fagaadhaa!

  20. Salmos 92

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 92
    Mostrando versículos 1–12 de 15

    1Waaqayyoon, galateeffachuun, yaa Waaqa Waan Hundaa Olii,maqaa keetiif faarfachuun gaarii dha.

    2Jaalala kee ganamaan,amanamummaa kees halkaniin labsuun,

    12Qajeeltonni akkuma muka meexxii ni dagaagu;akkuma birbirsa Libaanoonitti ni guddatu;

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo