Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "fé"

277 resultados encontrados

  1. Levítico 19

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 19
    Mostrando versículo 6 de 37

    6Aarsaan isin dhiʼeessitanis guyyuma sana yookaan guyyaa itti aanu haa nyaatamu; garuu wanni hafee hamma guyyaa sadaffaatti ture haa gubamu.

  2. Jó 25

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 25
    Mostrando versículos 1–4 de 6

    1Bildaad Shuhaahichi akkana jedhee deebise:

    3Loltoonni isaa lakkaaʼamuu dandaʼuu?Ifni isaa eenyu irratti utuu hin baʼin hafa?

    4Yoos namni akkamitti fuula Waaqaa duratti qajeelaa taʼuu dandaʼa ree?Namni dubartii irraa dhalate akkamitti qulqulluu taʼuu dandaʼa?

  3. Isaías 40

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 40
    Mostrando versículos 7–22 de 31

    7Sababii hafuurri Waaqayyo baafatu isaanitti bubbisuuf margini coollaga; daraaraanis ni harcaʼa.Dhugumaan namni marguma.

    18Yoos Waaqa eenyutti fakkeessitu?Fakkii kam wajjin isa wal bira qabdu?

    22Inni geengoo lafaatii ol taaʼa;uummanni lafaas akkuma korophisaa ti.Inni samiiwwan akkuma golgaatti diriirsa;akka dunkaana keessa jiraataniittis isaan diriirsa.

  4. 1 Coríntios 10

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 10
    Mostrando versículo 11 de 33

    11Kun hundi akka fakkeenya taʼuuf isaan irratti raawwatame; nuu warra dhumni baraa itti dhufeef immoo akka of eeggannaa taʼuuf barreeffame.

  5. Números 33

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 33
    Mostrando versículo 23 de 56

    23Qehelaataadhaa kaʼanii Gaara Shaafer bira qubatan.

  6. Salmos 89

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 89
    Mostrando versículos 6–52 de 52

    6Samii keessatti eenyutu Waaqayyoon qixxaachuu dandaʼa?Uumamawwan samii keessaa kan Waaqayyoon fakkaatu eenyu?

    8Yaa Waaqayyo, Waaqa Waan Hunda Dandeessu, kan akka keetii eenyu?Yaa Waaqayyo, ati jabaa dha; amanamummaan kees si marsa.

    52Galanni bara baraan Waaqayyoof haa taʼu!Ameen; Ameen.

  7. Atos 17

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 17
    Mostrando versículo 11 de 34

    11Yihuudoonni Beeriyaa Yihuudoota Tasaloniiqee irra qalbii qabeeyyii turan; isaanis fedhii guddaan dubbii sana fudhatanii akka wanni Phaawulos jedhe sun dhugaa taʼee fi akka dhugaa hin taʼin ilaaluuf jedhanii guyyuma guyyaan Katabbiiwwan Qulqulluu qorachaa turaniitii.

  8. Gênesis 49

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 49
    Mostrando versículo 6 de 33

    6Lubbuun koo marii isaaniitti hin seenin;ulfinni koos yaaʼii isaaniitti hin dabalamin;isaan dheekkamsa isaaniitiin nama ajjeesaniiruutii;fedhii ofii isaaniitiinis qotiyyoo naafachiisaniiru.

  9. Provérbios 20

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 20
    Mostrando versículo 21 de 30

    21Dhaalli jalqabumatti dafee argamedhumni isaa eebba hin qabaatu.

  10. Isaías 38

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 38
    Mostrando versículo 4 de 22

    4Ergasiis dubbiin Waaqayyoo akkana jedhee gara Isaayyaas dhufe:

  11. 1 Crônicas 14

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 14
    Mostrando versículo 6 de 17

    6Noogaa, Nefeg, Yaafiiyaa,

  12. Jó 26

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 26
    Mostrando versículo 2 de 14

    2"Ati nama humna hin qabne hammam gargaarte!Irree laafes hammam jajjabeessite!

  13. Mateus 10

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 10
    Mostrando versículo 3 de 42

    3Fiiliphoos, Bartaloomewoos,Toomaas, Maatewos isa qaraxa walitti qabu,Yaaqoob ilma Alfewoosii fi Taadewoos,

  14. Levítico 20

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 20
    Mostrando versículos 1–22 de 27

    1Waaqayyo Museedhaan akkana jedhe;

    7" ‘Of qulqulleessaa; qulqullootas taʼaa; ani Waaqayyo Waaqa keessaniitii.

    22" ‘Akka lafti ani akka isin keessa jiraattaniif itti isin fidu sun isin hin tufneef ajajaa fi seera koo hunda eegaa; duukaa buʼaas.

  15. João 11

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 11
    Mostrando versículo 2 de 57

    2Maariyaam isheen obboleessi ishee Alʼaazaar dhukkubsate kun, isheedhuma Gooftaa shittoo dibdee rifeensa mataa isheetiin miilla isaa haqxee sanaa dha.

  16. Salmos 135

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 135
    Mostrando versículos 8–18 de 21

    8Inni hangafoota Gibxi,kan namaatii fi kan horii ni dhaʼe.

    15Waaqonni tolfamoon namoota ormaa meetii fiwarqee harka namaatiin hojjetamanii dha.

    18Warri isaan tolchan kanneen isaan amanatan hundiakkuma isaanii taʼu.

  17. Gênesis 22

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 22
    Mostrando versículo 3 de 24

    3Abrahaamis guyyaa itti aanu ganama barraaqaan kaʼee harree isaa feʼate. Innis hojjettoota isaa keessaa nama lamaa fi ilma isaa Yisihaaqin fudhatee qoraan qalma gubamuuf gaʼu cabsatee gara iddoo Waaqni isatti hime sanaatti qajeele.

  18. Atos 21

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 21
    Mostrando versículo 3 de 40

    3Yommuu Qophiroosin arguu dandeenyetti, harka bitaatti ishee dhiifnee Sooriyaatti qajeelle; nus iddoo dooniin keenya feʼiisa isaa itti buufachuuf ture Xiiroositti irraa buune.

  19. Números 25

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 25
    Mostrando versículo 2 de 18

    2Dubartoonni kunneenis gara qalma waaqota isaaniitti saba sana afeerraan, sabni sun qalma sana nyaatee waaqota sanaaf sagade.

  20. Provérbios 22

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 22
    Mostrando versículo 24 de 29

    24Nama dafee aaru michuu hin godhatin;nama akka salphaatti dheekkamu wajjinis tokkummaa hin qabaatin;

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo