Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "esperança"

101 resultados encontrados

  1. Salmos 10

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 8–12 de 18

    8Inni gandoota keessatti riphee eeggata;iddoo dhokataattis warra yakka hin qabne ajjeesa.Ija isaatiinis hiyyeeyyii gaada.

    9Akka leenca daggala isaa keessaatti riphee eeggata.Hiyyeessa qabachuudhaaf dhokatee eeggata;hiyyeessas qabatee kiyyoo isaatiin harkifata.

    12Yaa Waaqayyo kaʼi! Yaa Waaqi harka kee ol kaafadhu.Rakkataas hin dagatin.

  2. Romanos 4

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 3–18 de 25

    3Katabbiin Qulqulluun maal jedha? "Abrahaam Waaqa amane; kunis qajeelummaatti lakkaaʼameef."4:3 Uma 15:6

    9Eebbi kun warra dhagna qabatan qofaaf moo warra dhagna hin qabatiniifis? Abrahaamiif amantiin isaa qajeelummaatti lakkaaʼame jenneerraatii.

    18Abrahaamis akkuma, "Sanyiin kee akkas ni taʼa"4:18 Uma 15:5 jedhametti utuu abdiin tokko iyyuu hin jiraatin abdiidhaan amanee abbaa saboota baayʼee taʼe.

  3. Provérbios 24

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 24
    Mostrando versículos 14–26 de 34

    14Akka ogummaan lubbuu keetti miʼaawu illee beeki;ati yoo isa argatte fuul duratti abdii qabda;abdiin kees hin citu.

    20Namni jalʼaan fuul duratti abdii hin qabuutii;ibsaan hamootaas ni dhaama.

    26Deebiin qajeelaan,akkuma hidhii dhungachuu ti.

  4. Salmos 62

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 62
    Mostrando versículos 5–10 de 12

    5Lubbuun koo Waaqa qofa obsaan eeggatti;abdiin koo isa biraa dhufaatii.

    8Yaa namoota, yeroo hunda isa amanadhaa;garaa keessanis fuula isaa duratti dhangalaasaa;Waaqni iddoo nu itti kooluu galluudhaatii.

    10Waan saamichaan argattan hin amanatinaa;waan hatameenis hin koorinaa.Yoo qabeenyi keessan guddate illee,qalbii keessan isa irra hin kaaʼatinaa.

  5. Jó 6

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 11–26 de 30

    11"Ammas akkan abdadhuuf jabinni koo maali?Akkan obsuufis humni koo maali?

    12Ani jabina dhagaa qabaa?Foon koos naasiidhaa?

    26Isin waan ani jedhu qajeelchuu,dubbii nama abdii kutatees akka bubbeetti heduu barbaadduu?

  6. Romanos 9

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 9
    Mostrando versículos 2–30 de 33

    2ani gadda guddaa fi dhiphina wal irraa hin cinne garaa koo keessaa qaba.

    14Egaa maal jenna ree? Waaqni jalʼaadhaa? Gonkumaa akkas miti!

    30Egaa maal jenna ree? Namoonni Ormaa kan qajeelummaa duukaa hin buʼin qajeelummaa karaa amantiitiin taʼe argataniiru.

  7. Provérbios 19

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 19
    Mostrando versículos 1–25 de 29

    1Gowwaa daba dubbatuu mannaahiyyeessa amanamummaadhaan jiraatu wayya.

    18Yeroo abdiin jirutti ilma kee adabadhu;akka inni duʼuufis calʼistee hin ilaalin.

    25Qoostuu garafi; wallaalaan hubannaa argataa;nama qalbii qabu ifadhu; inni beekumsa argataatii.

  8. Jó 33

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 33
    Mostrando versículos 11–28 de 33

    11Miilla koo gudeelcha gidduu galchee hidha;karaa koo hundas ni eega.’

    17jalʼina irraa nama deebisuuf,of jajuu irraas isa dhowwuuf,

    28Inni akka isheen boolla hin buuneef lubbuu koo fureera;anis jiraadhee ifa nan arga.’

  9. Salmos 25

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 25
    Mostrando versículos 2–21 de 22

    2Yaa Waaqa koo ani sin amanadha.Ati na hin qaanessin;akka diinonni koo na moʼatanis hin godhin.

    12Namni Waaqayyoon sodaatu eenyu?Waaqayyo karaa inni filachuu qabu isa argisiisa.

    21Waan ani si eeggadhuuf, amanamummaa fiqajeelummaan ana haa eegan.

  10. Provérbios 13

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 13
    Mostrando versículos 2–17 de 25

    2Namni waan afaan isaatii baʼuun waan gaariin gammada;namni hin amanamne garuu jeequmsaaf ariifata.

    12Abdiin lafa irra harkifatu garaa nama dhukkubsa;hawwiin guutamu garuu muka jireenyaa ti.

    17Ergamaan hamaan rakkoo keessa seena;ergamaan amanamaan garuu fayyina fida.

  11. Salmos 18

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 18
    Mostrando versículos 45–48 de 50

    45Isaan hundi abdii kutatan;hollachaas daʼannoo isaanii jabaa keessaa baʼan.

    46Waaqayyo jiraataa dha! Kattaan koo haa eebbifamu!Waaqni Fayyisaan koo ol ol haa jedhu!

    48diinota koo jalaas na baasa.Ati amajaajota kootii ol na goota;gooltota jalaas na baafte.

  12. Jó 21

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 21
    Mostrando versículos 15–32 de 34

    15Akka nu isa tajaajilluuf Waaqni waan Hunda Dandaʼu eenyu?Nu isa kadhannee maal arganna?’

    23Namni tokko utuma itti tolee nagaan jiraatuu,utuma humna guutuu qabuu,

    32Inni gara awwaalaatti geeffama;awwaalli isaas ni eegama.

  13. Provérbios 21

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 21
    Mostrando versículos 6–23 de 31

    6Qabeenyi arraba sobuun argamu,urrii bittinnaaʼee baduu fi kiyyoo duʼaa ti.

    21Namni qajeelummaa fi jaalala duukaa buʼu,jireenya, badhaadhummaa fi ulfina argata.

    23Namni afaan isaatii fi arraba isaa eeggatu,balaa irraa of eega.

  14. Salmos 33

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 33
    Mostrando versículos 17–22 de 22

    17Fardi moʼannaadhaaf abdii gatii hin qabnee dha;guddinni humna isaas nama hin oolchu.

    20Lubbuun keenya abdiidhaan Waaqayyoon eeggatti;innis gargaarsa keenyaa fi gaachana keenya.

    22Yaa Waaqayyo, akkuma nu abdii keenyasirra kaaʼannutti, araarri kee nurra haa buʼu.

  15. Jó 41

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 41
    Mostrando versículos 3–24 de 34

    3Inni akka ati isaaf araaramtuuf guddisee si kadhataa?Afaan nagaatiinis sitti ni dubbataa?

    9Isa moʼanna jedhanii abdachuun soba;ijumaan isa ilaaluunuu nama hollachiisa.

    24Lapheen isaa akka kattaa jabaata;akka dhagaa daakuus jabaa dha.

  16. Provérbios 14

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 14
    Mostrando versículos 12–22 de 35

    12Karaan qajeelaa namatti fakkaatu tokko jira;dhuma irratti garuu duʼatti nama geessa.

    15Namni homaa hin beekne waan hunda amana;namni qalbii qabu garuu tarkaanfii isaa ilaallata.

    22Namni hammina yaadu karaa irraa hin baduu?Warri waan gaarii karoorsan garuu jaalalaa fi amanamummaa argatu.

  17. Salmos 31

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 31
    Mostrando versículos 6–24 de 24

    6Ani warra waaqota faayidaa hin qabne abdatan nan jibba;Waaqayyoon garuu nan amanadha.

    23Qulqulloonni isaa hundinuu, Waaqayyoon jaalladhaa!Waaqayyo amanamoota ni eega;of tuultotaaf garuu akkuma hojii isaaniitti irra dabarsee deebisaaf.

    24Warri Waaqayyoon abdattan hundinuu jabaadhaa;garaan keessan hin sodaatin.

  18. Provérbios 3

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 5–29 de 35

    5Garaa kee guutuun Waaqayyoon amanadhu;hubannaa kees hin abdatin;

    13Namni ogummaa argatukan hubannaas argatu eebbifamaa dha;

    29Ollaa kee kan si amanee si cina jiraatu miidhuuf jetteewaan hamaa itti hin yaadin.

  19. Salmos 146

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 146
    Mostrando versículos 1–5 de 10

    1Haalleluuyaa.Yaa lubbuu ko, Waaqayyoon galateeffadhu.

    3Abdii keessan bulchitoota irra,namoota duʼa hin oolle warra isin gargaaruu hin dandeenye irra hin kaaʼatinaa.

    5Namni gargaarsi isaa Waaqa Yaaqoob taʼe, kan abdiin isaasWaaqayyo Waaqa isaa taʼe eebbifamaa dha.

  20. Provérbios 16

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 16
    Mostrando versículos 17–31 de 33

    17Daandiin nama tolaa hammina irraa fagoo dha;namni karaa isaa eegus jireenya isaa eeggata.

    25Karaan qajeelaa namatti fakkaatu tokko jira;dhuma irratti garuu duʼatti nama geessa.

    31Arriin gonfoo ulfinaa ti;innis karaa qajeelaadhaan argama.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo