17Dhiphachuun keessan fedhii Waaqaa yoo taʼe, hamaa hojjettanii dhiphachuu irra gaarii hojjettanii dhiphachuu wayya.
Resultados da busca por "fé"
277 resultados encontrados
- Capítulo 3
1 Pedro 3
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 17 de 22 - Capítulo 11
Jó 11
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 10 de 2010"Yoo inni dhufee mana hidhaatti si galche,yoo waldaa murtiis walitti qabe eenyutu isa dhowwuu dandaʼa?
- Capítulo 12
1 Coríntios 12
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 11 de 3111Waan kana hundas Hafuuruma tokkicha sanatu akkuma fedhii ofii isaatti tokkoo tokkoo namaatiif dhuunfaatti hiruudhaan hojjeta.
- Capítulo 7
Ezequiel 7
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 1 de 271Ergasii dubbiin Waaqayyoo akkana jedhee gara koo dhufe:
- Capítulo 15
Mateus 15
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 28 de 3928Yesuusis, "Dubartii nana, amantiin kee guddaa dha! Akkuma fedhii keetii siif haa taʼu" jedhee deebise. Intalli ishees saʼaatiidhuma sana fayyite.
- Capítulo 19
Josué 19
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 13 de 5113Achiis karaa baʼaatiin itti fufee Gat Heeferii fi Eetqaaxin dhaqa; Rimooniin gad baʼee gara Neʼaahitti gora.
- Capítulo 40
Êxodo 40
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículos 1–23 de 381Waaqayyo Museedhaan akkana jedhe:
14Ilmaan isaas fidiitii kittaa itti uffisi.
23Akkuma Waaqayyo isa ajajettis fuula Waaqayyoo duratti buddeena achi irra kaaʼe.
- Capítulo 28
Isaías 28
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 15 de 2915Isin akkana jettanii of tuultu; "Nu duʼa wajjin kakuu galleerra;siiʼool wajjinis walii galtee gooneerra.Sababii nu soba daʼoo godhannee,sobas iddoo itti dhokannu godhanneef,balaan hamaan yeroo dhufee lafa balleessuttinu tuquu hin dandaʼu."
- Capítulo 6
Hebreus 6
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 4 de 204Warra yeroo tokko ifni ifeefii kennaa samii dhandhamatan, kanneen Hafuura Qulqulluu irraa qooddatan,
- Capítulo 15
Levítico 15
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 3 de 333Dhangalaʼaan sun ittuma fufee saala isaa keessaa baʼus dhaabatus namicha inuma xureessa. Akki itti dhangalaʼaan saala isaa keessaa baʼu sun isa xureessus kanaa dha.
- Capítulo 11
Neemias 11
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 2 de 362Sabnis namoota Yerusaalem keessa jiraachuuf fedhiin of kennan hunda eebbise.
- Capítulo 3
Salmos 3
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículos 5–8 de 85Ani nan ciisa; nan rafas;waan Waaqayyo ol na qabuuf nan dammaqa.
7Yaa Waaqayyo kaʼi!Yaa Waaqa koo na baraari!Mangaagaa diinota kootii hundumaa rukuti;ilkaan hamootaa illee caccabsi.
8Fayyinni kan Waaqayyoo ti.Eebbi kee saba kee irra haa jiraatu.
- Capítulo 11
Atos 11
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 5 de 305"Ani magaalaa Yoophee keessatti kadhannaa irran ture; akka waan yaadaan fudhatamuus taʼee waan akka wayyaa balʼaa tokko isaa roga isaa afraniin qabamee samii irraa gad buufamu mulʼataan arge. Innis iddoo ani turetti gad dhufe.
- Capítulo 8
1 Crônicas 8
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículos 5–31 de 405Geeraa, Shefuufaanii fi Huuraam.
25Yifdeyaa fi Phenuuʼeel ilmaan Shaashaaq turan.
31Gedoor, Ahiiyoo, Zekeerii fi
- Capítulo 3
Jeremias 3
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 17 de 2517Isaan yeroo sanatti Yerusaalemiin Teessoo Waaqayyoo jedhanii waamu; saboonni hundinuus maqaa Waaqayyoo ulfeessuuf Yerusaalemitti walitti ni qabamu. Isaan siʼachi mata jabina hammina garaa isaanii duukaa hin buʼan.
- Capítulo 3
Gálatas 3
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 10 de 2910Warri seera eeguu isaanii abdatan hundinuu abaarsa jala jiru; "Namni waan Kitaaba Seeraa keessatti barreeffame hundaaf itti fufee hin ajajamne kam iyyuu abaaramaa dha"3:10 KeD 27:26 jedhamee barreeffameeraatii.
- Capítulo 7
Cânticos 7
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 5 de 135Mataan kee akkuma Tulluu Qarmeloos gonfoo siif taʼa.Rifeensi mataa keetii afaa mana mootii fakkaata;mootiin dheerina isaatiin qabamee boojiʼama.
- Capítulo 6
Efésios 6
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 6 de 246Yeroo iji isaanii isin argutti isaan biratti fudhatama argachuu qofaaf utuu hin taʼin garaa guutuun fedhii Waaqaa raawwachaa akka garboota Kiristoositti isaaniif ajajamaa.
- Capítulo 20
Números 20
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 14 de 2914Museen akkana jedhee Qaadesh irraa mootii Edoomiitti ergamoota erge:"Obboleessi kee Israaʼel akkana jedha: Ati waaʼee rakkina nutti dhufe hundaa ni beekta.
- Capítulo 19
Lucas 19
Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda DhiʼaaMostrando versículo 9 de 489Yesuus deebisee akkana jedheen; "Namichi kunis waan ilma Abrahaam taʼeef, harʼa fayyinni mana kanaaf dhufeera.