Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "salvação"

200 resultados encontrados

  1. Levítico 27

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 27
    Mostrando versículos 16–25 de 34

    16" ‘Yoo namni lafa dhaalaan argate irraa Waaqayyoof qulqulleesse gatiin lafa sanaa akkuma baayʼina sanyii lafa sanaaf barbaachisuutti jechuunis garbuun safartuun homeerii tokko meetii saqilii shantamatti herregama.

    22" ‘Yoo namni tokko lafa qotiisaa dhaalaan hin argatin kan ofii isaatii bitate Waaqayyoof qulqulleesse,

    25Gatiin hundinuu akka madaalii saqilii iddoo qulqulluutti jechuunis geeraan digdamni saqilii tokkootti herregama.

  2. Isaías 40

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 40
    Mostrando versículos 13–29 de 31

    13Eenyutu Hafuura Waaqayyoo qajeelchuu dandaʼe?Yookaan namni gorsaa isaa taʼee isa barsiise eenyu?

    18Yoos Waaqa eenyutti fakkeessitu?Fakkii kam wajjin isa wal bira qabdu?

    29Inni dadhabdootaaf jabina kenna;nama laafaaf immoo humna dabala.

  3. Romanos 5

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 2–9 de 21

    2Ayyaana amma jabaannee ittiin dhaabannu kanattis karaa isaatiin amantiin galuuf carraa arganneerra. Abdii ulfina Waaqaattis ni gammanna.

    4obsi jabaatanii dhaabachuu, jabaatanii dhaabachuun immoo abdii fida.

    9Egaa nu amma erga dhiiga isaatiin qajeeltota taasifamnee, akkam karuma isaatiin dheekkamsa Waaqaa jalaa hin baane ree!

  4. Salmos 150

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 150
    Mostrando versículos 1–6 de 6

    1Haalleluuyaa.Mana qulqullummaa isaa keessatti Waaqa galateeffadhaa;samiiwwan isaa humna qabeeyyii keessattis isa galateeffadhaa.

    3Malakata afuufuudhaan isa galateeffadhaa;baganaa fi kiraaraan isa galateeffadhaa;

    6Wanni hafuura baafatu hundinuu Waaqayyoon haa jajatu.Haalleluuyaa.

  5. Números 26

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 26
    Mostrando versículos 13–39 de 65

    13karaa Zeraan, balbala Zerootaa;karaa Shaawul, balbala Shaawulootaa ti.

    31karaa Asriʼeel, balbala Asriiʼeelotaa,karaa Sheekem, balbala Sheekemotaa;

    39karaa Shefuufaami, balbala Shefuufaamotaa;karaa Huufaam, balbala Huufaamotaa ti.

  6. Jeremias 34

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 34
    Mostrando versículos 3–20 de 22

    3Ati dhugumaan qabamtee dabarfamtee isatti kennamta malee harka isaa jalaa hin miliqxu. Mootii Baabilon ijuma keetiin ni argita; innis kallattiin si wajjin ni dubbata. Atis Baabilonitti ni geeffamta.

    4" ‘Taʼus yaa Zedeqiyaa mooticha Yihuudaa, ati dubbii Waaqayyoo dhagaʼi. Waaqayyo waaʼee kee akkana jedha: Ati goraadeen hin duutu;

    20dabarsee diinota lubbuu isaanii balleessuu barbaadanitti nan kenna. Reeffi isaanii allaattii samiitii fi bineensota lafaatiif nyaata ni taʼa.

  7. Jó 40

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 40
    Mostrando versículos 2–10 de 24

    2"Namni Waaqa Waan Hunda Dandaʼuun falmu tokko isa ni qajeelchaa?Namni Waaqa himatu deebii haa kennuuf!"

    9Irree akka irree Waaqaa qabdaa?Sagaleen kees akka sagalee isaa qaqawweessaʼuu dandaʼaa?

    10Ulfinaa fi guddinaan of miidhagsi;kabajaa fi barreedina uffadhu.

  8. Provérbios 15

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 15
    Mostrando versículos 4–31 de 33

    4Arrabni fayyina fidu muka jireenyaa ti;arrabni sobu garuu hafuura cabsa.

    24Daandiin nama hubataa akka inni siiʼoolitti gad hin buuneefgara jireenyaatti ol isa baasa.

    31Namni adabbii jireenya kennu dhaggeeffatu,ogeeyyii gidduu jiraata.

  9. Romanos 2

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 10–23 de 29

    10Garuu nama waan gaarii hojjetu hundaaf, jalqabatti Yihuudiif, ergasii immoo Nama Ormaatiif kabajni, ulfinnii fi nagaan ni taʼa.

    11Waaqni nama wal hin caalchisuutii.

    23Ati kan Seeraan of jajju seera cabsuudhaan Waaqa ni salphiftaa?

  10. Isaías 11

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 1–15 de 16

    1Lataan tokko jirma Isseey irraa ni lata;hidda isaa irraas dameen tokko ija naqata.

    5Qajeelummaan teepha mudhii isaa ti;amanamummaan immoo sabbata mudhii isaa ti.

    15Waaqayyo guutumaan guutuutti,galoo galaana Gibxi ni gogsa;inni bubbee isaa kan nama waxaluunharka isaa laga Efraaxiis irra sochoosa.Akka namoonni kopheen ceʼaniifisinni laga torbatti gargar isa qooda.

  11. Salmos 23

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 23
    Mostrando versículos 1–3 de 6

    1Waaqayyo tiksee koo ti; ani homaa hin dhabu.

    2Inni marga lalisaa keessa na boqochiisa;gara bishaan tasgabbaaʼaattis na geessa;

    3inni lubbuu natti deebisa.Maqaa isaatiif jedheeskaraa qajeelaa irra na deemsisa.

  12. Levítico 3

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 3–16 de 17

    3Innis aarsaa nagaa irraa aarsaa ibiddaan Waaqayyoof dhiʼeeffamu haa fidu; kunis moora miʼa garaa haguuguu fi kan itti maxxanu hunda,

    12" ‘Yoo kennaan isaa reʼee taʼe, inni fuula Waaqayyoo duratti haa dhiʼeessu.

    16Lubni sunis waan kana nyaata godhee iddoo aarsaa irratti haa gubu; kunis aarsaa urgaaʼaa ibiddaan dhiʼeeffamuu dha. Coomni hundinuu kan Waaqayyoo ti.

  13. Jeremias 2

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 14–34 de 37

    14Israaʼel garbaa? Inni garbicha manatti dhalatee?Yoos inni maaliif boojiʼame ree?

    28Waaqonni ati ofiif tolfatte sun eessa jiru?Isaan yoo si baasuu dandaʼanmee yeroo ati rakkina keessa jirtutti haa dhufan!Yaa Yihuudaa, ati akkuma magaalaa hedduu qabdu sanawaaqota hedduu qabdaatii.

    34Ati utuu isaan cabsanii seenanuu isaan qabuu baattu iyyuu,dhiigni hiyyeeyyii balleessaa hin qabneewayyaa kee irratti ni argama.Utuma wanni kun hundi taʼee jiruu

  14. Jó 15

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 15
    Mostrando versículos 11–22 de 35

    11Gorsi Waaqaa kan nama jajjabeessu,dubbiin suutaan sitti himame sun si hanqatee?

    14"Akka qulqulluu taʼuuf namni maali?Yookaan akka qajeeltota taʼaniif warri dubartoota irraa dhalatan maali?

    22Inni akka deebiʼee dukkana keessaa baʼu hin amanu;goraadeetu isa eeggata.

  15. Provérbios 14

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 14
    Mostrando versículos 27–34 de 35

    27Waaqayyoon sodaachuun burqaa jireenyaa ti;kiyyoo duʼaa irraas nama deebisa.

    30Garaan nagaa qabu dhagnaaf jireenya kenna;hinaaffaan garuu lafee tortorsa.

    34Qajeelummaan saba ol guddisa;cubbuun garuu saba kamiif iyyuu salphina.

  16. Romanos 9

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 9
    Mostrando versículos 14–30 de 33

    14Egaa maal jenna ree? Waaqni jalʼaadhaa? Gonkumaa akkas miti!

    21Suphee dhooftuun tokko dhoqqee suphee kan bukaaʼe irraa qodaa ulfinaa fi salphinaaf oolu tolchuuf mirga hin qabuu?

    30Egaa maal jenna ree? Namoonni Ormaa kan qajeelummaa duukaa hin buʼin qajeelummaa karaa amantiitiin taʼe argataniiru.

  17. Salmos 146

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 146
    Mostrando versículos 1–10 de 10

    1Haalleluuyaa.Yaa lubbuu ko, Waaqayyoon galateeffadhu.

    5Namni gargaarsi isaa Waaqa Yaaqoob taʼe, kan abdiin isaasWaaqayyo Waaqa isaa taʼe eebbifamaa dha.

    10Waaqayyo bara baraan ni moʼa;Yaa Xiyoon, Waaqni kee dhaloota hundaaf mootii taʼa.Haalleluuyaa.

  18. Isaías 49

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 49
    Mostrando versículos 9–24 de 26

    9akka ati warra boojiʼamaniin, ‘Kottaa baʼaa’warra dukkana keessa jiraataniin immoo, ‘Bilisa baʼaa’ jettu sin godha."Isaan karaa irratti waa nyaatu;gaara qulqullaaʼaa irrattis iddoo qubataa argatu.

    13Yaa samiiwwan, ililchaa;yaa lafa gammadi;yaa tulluuwwan, guddisaa faarfadhaa!Waaqayyo saba isaa ni jajjabeessa;warra rakkataniifis garaa ni laafaatii.

    24Gootota harkaa boojuu fudhachuun,gara jabeeyyii harkaas boojuu baasuun ni dandaʼamaa?

  19. Jeremias 50

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 50
    Mostrando versículos 15–23 de 46

    15Karaa hundaan isheetti iyyaa!Isheen harka kennatti; gamoon ishee ni jiga;dallaan ishee diigameera.Kun haaloo Waaqayyoo waan taʼeefisheetti haaloo baʼaa;waanuma isheen warra kaanitti hojjette isheetti hojjedhaa.

    16Nama sanyii facaasuu fi kan yeroo midhaan haamamuttihaamtuu qabatus Baabilon keessaa balleessaa.Sababii goraadee cunqursaatiintokkoon tokkoon namaa gara saba ofii isaatti haa deebiʼu;tokkoon tokkoon namaa gara biyya ofii isaattis haa baqatu.

    23Burruusni guutummaa lafaa akkamitti cabe!Akkamittis bullaaʼe!Baabilon saboota gidduutti,akkam onte!

  20. Levítico 1

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 9–14 de 17

    9Innis miʼa garaatii fi miilla qalma sanaa bishaaniin haa dhiqu; lubichis hunda isaa iddoo aarsaa irratti haa gubu. Kunis aarsaa gubamu kan ibiddaan dhiʼaatuu fi kan urgaan isaa Waaqayyotti toluu dha.

    10" ‘Yoo aarsaan sun qalma gubamu kan bushaayee jechuunis hoolaa yookaan reʼee taʼe namichi dhiʼeessu sun korma hirʼina hin qabne haa dhiʼeessu.

    14" ‘Yoo aarsaan Waaqayyoof dhiʼaatu sun qalma gubamu kan simbirrootaa taʼe namichi sun gugee yookaan gugee sookkee haa dhiʼeessu.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo