Akka Warra Kiristoosiin Jiraattota Taasifamaniitti Jiraachuu
1 Egaa isin erga Kiristoos wajjin kaafamtanii waan ol gubbaa, mirga Waaqaa iddoo Kiristoos taaʼu sana jiru barbaadaa. 2 Waan ol gubbaa yaadaa malee waan lafa irraa hin yaadinaa.