Pular para o conteúdo
Publicidade

Mateus 2

9 Isaanis erga waan mootichi jedhe sana dhagaʼanii booddee karaa isaanii itti fufan; urjiin isaan baʼa biiftuutti argan sunis hamma iddoo mucichi ture gaʼee dhaabatutti isaan dura deeme. 10 Isaanis yeroo urjii sana arganitti akka malee gammadan.

Veja também