Pular para o conteúdo
Publicidade

Maatewos 4:4,7,10

HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

4 Yesuus immoo deebisee, " ‘Namni dubbii afaan Waaqayyootii baʼu hundaan malee buddeena qofaan hin jiraatu’4:4 KeD 8:3 jedhamee barreeffameera" jedheen.

7 Yesuus immoo deebisee, " ‘Waaqa kee Goofticha hin qorin’4:7 KeD 6:16 jedhamee barreeffameera" jedheen.

10 Yesuusis, "Seexana nana, narraa fagaadhu! ‘Waaqa kee Gooftichaaf sagadi; isuma qofa tajaajili’4:10 KeD 6:13 jedhamee barreeffameeraatii" jedheen.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    4 ዬሱስሞ ዴብሴ፣ " ‘ነምን ዱቢ አፋን ዋቀዮቲ በኡ ሁንዳን መሌ ቡዴነ ቆፋን ህንጅራቱ’4፥4 ኬዴ 8፥3 ጄዸሜ በሬፈሜረ" ጄዼን።

    7 ዬሱስሞ ዴብሴ፣ " ‘ዋቀኬ ጎፍትቸ ህንቆርን’4፥7 ኬዴ 6፥16 ጄዸሜ በሬፈሜረ" ጄዼን።

    10 ዬሱስስ፣ "ሴጠነነነ፣ ነራ ፈጋዹ! ‘ዋቀኬ ጎፍትቻፍ ሰገድ፤ እሱመ ቆፈ ተጃጅል’4፥10 ኬዴ 6፥13 ጄዸሜ በሬፈሜራቲ" ጄዼን።

  2. KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

    4 Iisaan immoo deebisee, " ‘Namni dubbii afaan Allaahatii baʼu hundaan malee buddeena qofaan hin jiraatu’4:4 KeD 8:3 jedhamee barreeffameera" jedheen.

    7 Iisaan immoo deebisee, " ‘Allaah kee Goofticha hin qorin’4:7 KeD 6:16 jedhamee barreeffameera" jedheen.

    10 Iisaanis, "sheeyxaana nana, narraa fagaadhu! ‘Allaah kee Gooftichaaf sagadi; isuma qofa tajaajili’4:10 KeD 6:13 jedhamee barreeffameeraatii" jedheen.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.