4 Iisaan immoo deebisee, " ‘Namni dubbii afaan Allaahatii baʼu hundaan malee buddeena qofaan hin jiraatu’4:4 KeD 8:3 jedhamee barreeffameera" jedheen.
7 Iisaan immoo deebisee, " ‘Allaah kee Goofticha hin qorin’4:7 KeD 6:16 jedhamee barreeffameera" jedheen.
10 Iisaanis, "sheeyxaana nana, narraa fagaadhu! ‘Allaah kee Gooftichaaf sagadi; isuma qofa tajaajili’4:10 KeD 6:13 jedhamee barreeffameeraatii" jedheen.