Pular para o conteúdo
Publicidade

Mateus 6

9 "Egaa akkana jedhaa kadhadhaa:

" Yaa Abbaa keenya kan samii irra jirtu,

maqaan kee haa qulqullaaʼu;

10 mootummaan kee haa dhufu;

fedhiin kee akkuma samii irratti taʼe sana,

lafa irrattis haa taʼu.

Veja também