Pular para o conteúdo
Publicidade

1 Yohannis 2:15-17

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

Addunyaa Hin Jaallatinaa

15 Addunyaa yookaan waan addunyaa keessa jiru tokko illee hin jaallatinaa. Eenyu iyyuu yoo addunyaa jaallate, jaalalli Abbaa isa keessa hin jiru. 16 Wanni addunyaa keessa jiru hundinuu jechuunis hawwiin foonii, hawwiin ijaa, akkasumas waan qabaniin kooruun kan addunyaati malee kan Abbaa miti. 17 Addunyaa fi hawwiin ishee ni badu; namni fedhii Allaaha raawwatu garuu bara baraan jiraata.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    15 አዱኛ ዮካን ዋን አዱኛ ኬሰ ጅሩ ቶኮሌ ህንጃለትና። ኤኙዩ ዮ አዱኛ ጃለቴ፣ ጃለል አባ እሰ ኬሰ ህንጅሩ። 16 ወን አዱኛ ኬሰ ጅሩ ሁንድኑ ጄቹንስ ሀዊን ፎኒ፣ ሀዊን እጃ፣ አከሱመስ ዋን ቀበኒን ኮሩን ከን አዱኛት መሌ ከን አባ ምት። 17 አዱኛፊ ሀዊንሼ ንበዱ፤ ነምን ፌዺ ዋቃ ራወቱ ገሩ በረ በራን ጅራተ።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    15 Addunyaa yookaan waan addunyaa keessa jiru tokko illee hin jaallatinaa. Eenyu iyyuu yoo addunyaa jaallate, jaalalli Abbaa isa keessa hin jiru. 16 Wanni addunyaa keessa jiru hundinuu jechuunis hawwiin foonii, hawwiin ijaa, akkasumas waan qabaniin kooruun kan addunyaati malee kan Abbaa miti. 17 Addunyaa fi hawwiin ishee ni badu; namni fedhii Waaqaa raawwatu garuu bara baraan jiraata.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.