Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Phexros 3

3 Akka bara dhumaa keessa gaʼistoonni gaʼisaa hawwii hamaa kan ofii isaanii duukaa buʼaa dhufan duraan dursaatii beekaa. 4 Isaanis, " Dhufaatiininni waadaa gale kun meerre? Wanni hundinuu erga abbootiin keenya duʼanii jalqabee akkuma yeroo jalqaba uumamaatti itti fufeeraatii" jedhu. 5 Garuu isaan akka shamaayʼuniiwwan bara baayʼeen dura dubbii Allaahatiin uumaman, akka laftis bishaan irraa fi bishaaniin tolfamte utuma beekanuu didan. 6 Addunyaan yeroo sanaas bishaanuma kanaan liqimfamee bade. 7 Dubbiidhuma kanaanis shamaayʼuniiwwanii fi lafti yeroo ammaa jiran kunneen guyyaa murtii, kan badiisa namoota Allaahaf hin bulleetiif kaaʼamanii ibiddaaf turfamaniiru.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também

2 Pedro
Ver todos os capítulos de 2 Pedro