2Lubbuun koo Allaahan Allaah jiraataa dheebotti.Ani yoomin dhaqee fuula Allaaha arga?
5Yaa lubbuu ko, ati maaliif gaddita?Na keessattis maaliif raafamta?Abdii kee Allaah irra keeyyadhu;ani amma iyyuu isa nan jajadha.Fayyisaa koo fi Allaah koo nan jajadha.
11Yaa lubbuu ko, ati maaliif gaddita?Na keessattis maaliif raafamta?Abdii kee Allaah irra kaaʼadhu;ani amma iyyuu isa nan galateeffadha;Fayyisaa koo fi Allaah koo nan jajadha.