Pular para o conteúdo
Publicidade

Fiiliphisiyuus 1:18,19

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

18 Yoos wanni kun maal qaba ree? Wanni barbaachisaan fakkeessuunis taʼu yookaan dhugaan karaa kam iyyuu Al-Masiihiin lallabamuu isaa ti. Sababii kanaaf ani akka malee nan gammada.

Eeyyee ani ittuma fufee nan gammada; 19 akka wanni narra gaʼe kun karaa duʼaa keessaniitii fi karaa gargaarsa Hafuura Iisaa Al-Masiihiin gara furamaatti naa geeddaramu nan beekaatii.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    18 ዮስ ወን ኩን ማል ቀበሬ? ወን በርባችሳን ፈኬሱንስ ተኡ ዮካን ዹጋን ከራ ከምዩ ክርስቶስ ለለበሙሳት። ሰበቢ ከናፍ አን አከ መሌ ገመደ።

    ኤዬ አን እቱመ ፉፌ ነንገመደ፤ 19 አከ ወን ነረ ገኤ ኩን ከራ ከዸትናኬሰኒቲፊ ከራ ገርጋርሰ ሀፉረ ዬሱስ ክርስቶሲን ገረ ፉረማት ናፍ ጌደረሙ ነንቤካቲ።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    18 Yoos wanni kun maal qaba ree? Wanni barbaachisaan fakkeessuunis taʼu yookaan dhugaan karaa kam iyyuu Kiristoos lallabamuu isaa ti. Sababii kanaaf ani akka malee nan gammada.

    Eeyyee ani ittuma fufee nan gammada; 19 akka wanni narra gaʼe kun karaa kadhannaa keessaniitii fi karaa gargaarsa Hafuura Yesuus Kiristoosiin gara furamaatti naa geeddaramu nan beekaatii.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Filipenses
Ver todos os capítulos de Filipenses