14 Waan hunda guungummii fi falmii malee hojjedhaa; 15 kunis akka isin dhaloota micciiramaa fi jalʼaa kana gidduutti akkuma ifaa addunyaa keessatti ibsitaniif, akka warra mudaa hin qabnee fi qulqullaaʼoo, ijoollee Allaaha warra yakka hin qabnes taataniif,
Publicidade
Fiiliphisiyuus 2:14,15
KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
14 ዋን ሁንደ ጉንጉሚፊ ፈልሚ መሌ ሆጄዻ፤ 15 ኩንስ አከ እስን ዸሎተ ምጪረማፊ ጀልኣ ከነ ግዱት አኩመ እፋ አዱኛ ኬሰት እብስተኒፍ፣ አከ ወረ ሙዳ ህንቀብኔፊ ቁልቁላኦ፣ እጆሌ ዋቃ ወረ የከ ህንቀብኔስ ታተኒፍ፣
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
14 Waan hunda guungummii fi falmii malee hojjedhaa; 15 kunis akka isin dhaloota micciiramaa fi jalʼaa kana gidduutti akkuma ifaa addunyaa keessatti ibsitaniif, akka warra mudaa hin qabnee fi qulqullaaʼoo, ijoollee Waaqaa warra yakka hin qabnes taataniif,
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.