11 Ani waan waa dhabeef akkana jechaa hin jiru; haala kam iyyuu keessatti na gaʼa jechuu baradheeraatii. 12 Ani dhabuun maal akka taʼe beeka; baayʼee qabaachuunis maal akka taʼe nan beeka. Haala kam iyyuu keessatti, waan hunda keessattis icciitii quufuutii fi beelaʼuu, baayʼee qabaachuutii fi dhabuu baradheera. 13 Ani isa humna naa kennu sanaan waan hunda gochuu nan dandaʼa.
Publicidade
Fiiliphisiyuus 4:11-13
KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
11 አን ዋን ዋ ዸቤፍ አከነ ጄቻ ህንጅሩ፤ ሃለ ከምዩ ኬሰት ነ ገአ ጄቹ በረዼራቲ። 12 አን ዸቡን ማል አከ ተኤ ቤከ፤ ባይኤ ቀባቹንስ ማል አከ ተኤ ነንቤከ። ሃለ ከምዩ ኬሰት፣ ዋን ሁንደ ኬሰትስ እጪቲ ቁፉቲፊ ቤለኡ፣ ባይኤ ቀባቹቲፊ ዸቡ በረዼረ። 13 አን እሰ ሁምነ ናፍ ኬኑ ሰናን ዋን ሁንደ ጎቹ ነንደንደአ።
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
11 Ani waan waa dhabeef akkana jechaa hin jiru; haala kam iyyuu keessatti na gaʼa jechuu baradheeraatii. 12 Ani dhabuun maal akka taʼe beeka; baayʼee qabaachuunis maal akka taʼe nan beeka. Haala kam iyyuu keessatti, waan hunda keessattis icciitii quufuutii fi beelaʼuu, baayʼee qabaachuutii fi dhabuu baradheera. 13 Ani isa humna naa kennu sanaan waan hunda gochuu nan dandaʼa.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.