15 Kana malees isin warri Fiiliphisiyuus akkuma beektan, jalqabatti yeroo ani injiila isinitti lallabetti, yeroo ani Maqedooniyaadhaa kaʼetti isin qofa malee waldaan kiristaanaa tokko iyyuu waaʼee kennuu fi fudhachuu keessatti na wajjin hin hirmaanne. 16 Yeroo ani Tasaloniiqee turetti illee yommuu ani rakkadhetti isin yeroo tokkoo ol gargaarsa naaf ergitaniituutii.
Publicidade
Fiiliphisiyuus 4:15,16
KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
15 ከነ መሌስ እስን ወር ፊልጵስዩስ አኩመ ቤክተን፣ ጀልቀበት ዬሮ አን ወንጌለ እስንት ለለቤት፣ ዬሮ አን መቄዶንያዻ ከኤት እስን ቆፈ መሌ ወልዳን ክርስታና ቶኮዩ ዋኤ ኬኑፊ ፉዸቹ ኬሰት ነ ወጅን ህንህርማትኔ። 16 ዬሮ አን ተሰሎኒቄ ቱሬትሌ ዮሙ አን ረከዼት እስን ዬሮ ቶኮ ኦል ገርጋርሰ ናፍ ኤርግተኒቱቲ።
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
15 Kana malees isin warri Fiiliphisiyuus akkuma beektan, jalqabatti yeroo ani wangeela isinitti lallabetti, yeroo ani Maqedooniyaadhaa kaʼetti isin qofa malee waldaan kiristaanaa tokko iyyuu waaʼee kennuu fi fudhachuu keessatti na wajjin hin hirmaanne. 16 Yeroo ani Tasaloniiqee turetti illee yommuu ani rakkadhetti isin yeroo tokkoo ol gargaarsa naaf ergitaniituutii.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.