Ijaarsi Dallaa Xumuramuu Isaa
16 Yommuu diinonni keenya hundi oduu kana dhagaʼanitti, saboonni naannoo keenyaa hundi sodaatanii abdii kutatan; isaan akka hojiin kun gargaarsa Allaah keenyaan hojjetame hubataniiruutii.
16 Yommuu diinonni keenya hundi oduu kana dhagaʼanitti, saboonni naannoo keenyaa hundi sodaatanii abdii kutatan; isaan akka hojiin kun gargaarsa Allaah keenyaan hojjetame hubataniiruutii.
16 ዮሙ ዲኖትንኬኘ ሁንድ ኦዱ ከነ ዸገአንት፣ ሰቦትን ናኖኬኛ ሁንድ ሶዳተኒ አብዲ ኩተተን፤ እሳን አከ ሆጂን ኩን ገርጋርሰ ዋቀኬኛን ሆጄተሜ ሁበተኒሩቲ።
16 Yommuu diinonni keenya hundi oduu kana dhagaʼanitti, saboonni naannoo keenyaa hundi sodaatanii abdii kutatan; isaan akka hojiin kun gargaarsa Waaqa keenyaan hojjetame hubataniiruutii.
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.