Pular para o conteúdo
Publicidade

Yaaʼikuub 1

Qorumsaa fi Dhiibbaa

2 Yaa obboloota ko, yommuu qorumsi adda addaa isin irra gaʼutti akka gammachuu guutuutti fudhadhaa; 3 amantiin keessan qoramuun isaa akka obsa isiniif argamsiisu beektuutii. 4 Akka isin bilchaatoo fi guutuu, warra hirʼina tokko iyyuu hin qabne taataniif obsi hojii isaa haa raawwatu.

Veja também