Pular para o conteúdo
Publicidade

Yaaʼikuub 2

15 Fakkeenyaaf obboleessi tokko yookaan obboleettiin tokko uffataa fi waan guyyaa guyyaan nyaatan hin qaban haa jennu. 16 Isin keessaa yoo namni tokko, "Nagaan deemaa; isinitti haa hoʼu; quufaas" isaaniin jedhee garuu waan foon isaaniitiif barbaachisu tokko illee hin kenniniif, kun faayidaa maalii qaba ree? 17 Akkasumas amantiin hojiin hin mulʼifamne ofiinuu duʼaa dha.

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.

Veja também