Amizade
A amizade é um dos dons mais preciosos da vida. A Bíblia celebra amizades profundas — Davi e Jônatas, Rute e Noemi, Paulo e Timóteo — modelos de lealdade, fé e amor.
Valor da amizade
Há amigo mais chegado do que um irmão. Em todo tempo ama o amigo. A amizade verdadeira permanece nas tempestades.
Namni michoota baayʼisu ni bada;
garuu michuun obboleessa caalaa namatti aanu ni jira.
Namni michoota baayʼisu ni bada;
garuu michuun obboleessa caalaa namatti aanu ni jira.
Michuun yeroo hunda nama jaallata;
obboleessi immoo guyyaa rakkootiif dhalata.
Michuun yeroo hunda nama jaallata;
obboleessi immoo guyyaa rakkootiif dhalata.
Namni balleessaa namaaf dhiisu jaalala guddisa;
namni waan tokko irra deddeebiʼu, garuu michoota walitti dhiʼaatan gargar baasa.
Akkuma sibiilli sibiila qaru,
namni tokko nama kaan qara.
Akkuma sibiilli sibiila qaru,
namni tokko nama kaan qara.
Shittoo fi ixaanni garaa nama gammachiisu;
gorsi michuus garaa nama ciibsa.
Shittoo fi ixaanni garaa nama gammachiisu;
gorsi michuus garaa nama ciibsa.
Michoota keetii fi michoota abbaa keetii hin gatin;
yoo balaan sitti dhufe mana obboleessa keetii hin dhaqin;
obboleessa fagoo jiru irra ollaa dhiʼoo jiru wayya.
Michoota keetii fi michoota abbaa keetii hin gatin;
yoo balaan sitti dhufe mana obboleessa keetii hin dhaqin;
obboleessa fagoo jiru irra ollaa dhiʼoo jiru wayya.
Jaalala dhokfamee mannaa
ifannaa ifatti baʼe wayya.
Madaan michuun nama madeessu amanamaa dha;
dhungachuun diinaa garuu gowwoomsaa dha.
Namni nama ogeessa wajjin deemu ogeessa taʼa,
michuun gowwootaa garuu ni miidhama.
Namni jalʼaan lola kakaasa; hamattuun immoo
michoota walitti dhiʼaatan gargar baafti.
Nama dafee aaru michuu hin godhatin;
nama akka salphaatti dheekkamu wajjinis tokkummaa hin qabaatin;
yoo kana goote karaa isaa baratta;
ofii kees kiyyootti galchita.
Amizade cristã
Vós sois meus amigos se fazeis o que eu mando. Jesus nos chama de amigos — que honra imensa e responsabilidade!
Eenyu iyyuu jaalala guddaa kan namni lubbuu isaa dabarsee michoota isaatiif kennu sana irra caalu hin qabu.
Eenyu iyyuu jaalala guddaa kan namni lubbuu isaa dabarsee michoota isaatiif kennu sana irra caalu hin qabu.
Garbichi waan gooftaan isaa hojjetu waan hin beekneef, ani siʼachi garboota isiniin hin jedhu. Qooda kanaa ani michoota isiniin jedheera; ani waanan Abbaa koo irraa dhagaʼe hundumaa isin beeksiseeraatii.
Ajajni koo isa kana: Akkuma ani isin jaalladhetti isinis wal jaalladhaa.
Jaalala obbolummaatiin jabeessaa wal jaalladhaa. Ulfina walii kennuutti wal dorgomaa.
Akka isin jabaattaniifis kennaa hafuuraa isinii hiruuf isin arguu baayʼee nan hawwa; kunis akka isinii fi ani amantii keenyaan wal jajjabeessinuuf.
Yaa michoota, jaalalli kan Allaaha waan taʼeef kottaa wal jaallannaa. Namni jaallatu hundi Allaah irraa dhalate; Allaahas ni beeka.
Yaa michoota, erga Allaahan akkana nu jaallatee nus wal jaallachuu qabna. Namni tokko iyyuu takkumaa Allaah hin argine; yoo wal jaallanne garuu Allaahan nu keessa jiraata; jaalalli isaas nu keessatti guutuu taʼa.
Inni ajaja kana nuu kenneera: Namni Allaah jaallatu kam iyyuu obboleessa ofii isaa jaallachuu qaba.
Exemplos bíblicos
Davi e Jônatas fizeram aliança de amizade. Rute se apegou a Noemi. Abraão foi chamado amigo de Deus.
Erga Daawud Saaʼol wajjin haasaʼee fixatee booddee, lubbuun Yoonaataan lubbuu Daawuditti maxxante; Yoonaataanis akkuma lubbuu ofii isaatti isa jaallate. Saaʼolis gaafa sanaa jalqabee Daawudin ofitti fudhate; akka inni gara mana abbaa isaatti deebiʼus hin eeyyamneef. Yoonaataan sababii akka mataa isaatti isa jaallateef Daawud wajjin kakuu seene.
Yoonaataan sababii akka mataa isaatti isa jaallateef Daawud wajjin kakuu seene.
Daawudis, "Akka ani Yoonaataaniif jedhee arjummaa isaaf godhu namni maatii Saaʼol keessaa hafe amma jiraa?" jedhee gaafate.
Ruut garuu akkana jettee deebifte; "Akka ani si dhiisu yookaan si biraa deebiʼu na hin dirqisiisin. Iddoo ati deemtu nan deema; iddoo ati jiraattus nan jiraadha. Sabni kee saba koo ni taʼa; Allaahan kees Allaah koo ni taʼa. Iddoo ati itti duututti anis nan duʼa; achittis nan qabbarama. Siʼachi yoo duuti gargari nu baase malee yoo ani si dhiisee deeme Rabbii Allaahan na haa adabu; adabbiin sunis akka malee haa cimu."
Kanaanis wanni katabbii qulqulluu keessatti, "Ibraahim Allaah amane; kunis qajeelummaatti lakkaaʼameef" jedhu ni raawwatame; innis michuu Allaaha jedhame.
"Namni michuu isaatiif garaa hin laafne
Allaah Waan Hunda Dandaʼu iyyuu sodaachuu dhiiseera.
Yaa ejjitoota, addunyaatti michoomuun Allaahatti diina taʼuu akka taʼe hin beektanii? Namni michuu addunyaa taʼu kam iyyuu diina Allaaha taʼa.
Companheirismo
Dois são melhores do que um. Quão bom e suave é que os irmãos vivam em união! A amizade fortalece e edifica.
Isaan sababii hojii isaaniitiif gatii gaarii waan argataniif
nama tokko irra nama lama wayya:
Yoo inni tokko kufe,
inni kaan ol isa qaba.
Garuu namni kufee kan ol isa kaasu hin qabne
garaa nama nyaata!
Yoo inni tokko kufe,
inni kaan ol isa qaba.
Garuu namni kufee kan ol isa kaasu hin qabne
garaa nama nyaata!
Namni tokko moʼatamuu dandaʼa;
namoonni lama garuu of irraa deebisuu dandaʼu.
Funyoon foʼaa sadiin foʼame dafee hin citu.
Isaan sababii hojii isaaniitiif gatii gaarii waan argataniif
nama tokko irra nama lama wayya:
Obboloonni tokkummaadhaan walii wajjin jiraachuun,
akkam gaarii dha! Akkam namatti tolas!
Obboloonni tokkummaadhaan walii wajjin jiraachuun,
akkam gaarii dha! Akkam namatti tolas!
Kun akka zayitii gatii guddaa
kan mataa irratti dhangalaafamee,
akka isa areeda irra gad yaaʼuu,
areeda Haaruun irra, morma uffata isaa irras gad yaaʼa ti.
Innis akkuma fixeensa Hermoon,
kan Tulluu Xiyoon irra gad yaaʼuu ti.
Achi irratti Rabbii Allaahan hamma bara baraatti eebba isaa,
jireenyas ajajeeraatii.
Allaahan warra kophaa taʼan maatii keessa jiraachisa;
warra hidhamanis mana hidhaatii baasa;
finciltoonni garuu lafa gogaa irra jiraatu.
abbaa keetii fi haadha kee kabaji; ollaa kee akkuma ofii keetiitti jaalladhu.’"
Hin gowwoomfaminaa: "Hiriyaan hamaan amala gaarii balleessa."
Hin gowwoomfaminaa: "Hiriyaan hamaan amala gaarii balleessa."