Pular para o conteúdo
Publicidade

Dia dos pais

Por Bíblia Online

O Dia dos Pais celebra o amor e o sacrifício paterno. A Bíblia honra os pais como provedores, protetores e guias espirituais que moldam as próximas gerações.

O pai que educa

Instrui a criança no caminho em que deve andar. O pai justo educa com amor, firmeza e o exemplo de uma vida íntegra.

Daaʼima tokko karaa inni irra deemuu qabu barsiisi;

inni gaafa dulloome iyyuu karaa sana irraa hin jalʼatu.

Namni harcummee qusatu ilma isaa jibba;

kan ilma ofii jaallatu immoo ilaallachaa isa adaba.

Namni qajeelaan amanamummaadhaan jiraata;

ijoolleen isaa warri booddee dhalatanis ni eebbifamu.

Abbaan nama qajeelaa gammachuu guddaa qaba;

namni ilma ogeessa qabu isatti gammada.

Namni Rabbii Allaah sodaatu daʼannoo jabaa qaba;

ijoolleen isaas daʼoo argatu.

Honra e alegria

Honra a teu pai e tua mãe. Os filhos são herança do Senhor, e a família que serve a Deus junta é inabalável.

Akka biyya Rabbii Allaahan kee siif kennu keessa bara dheeraa jiraattuuf abbaa keetii fi haadha keetiif ulfina kenni.

Kunoo, ijoolleen kennaa Rabbii Allaah ti;

iji gadameessaas badhaasa isaa ti.

Ijoolleen dargaggummaa keessa dhalchan,

akkuma xiyya harka goota tokkoo keessa jiruu ti.

Namni korojoon isaa xiyyaan guutame eebbifamaa dha.

Inni yommuu karra duratti diinota isaatiin falmutti hin qaanaʼu.

Isin garuu yoo Rabbii Allaah tajaajiluu hin barbaanne, waaqeffatamtoota abbootiin keessan Laga gamatti tajaajilaa turan sana yookaan waaqeffatamtoota Amoorotaa biyya isaanii keessa jiraattan kanneenii keessaa harʼa filadhaa. Anii fi manni koo garuu Rabbii Allaah waaqeffanna."

Dammaqaa; amantiitti cimaatii dhaabadhaa; jajjabaadhaa; cimaas.

Innis kaʼee gara abbaa isaa dhaqe.

"Garuu utuu inni fagoo jiruu abbaan isaa isa argee akka malee garaa laafeef; gara ilma isaattis fiigee itti marmee dhungate.

"Gurbichis, Yaa abbaa ko, ani shamaayʼunii fi sitti cubbuu hojjedheera; siʼachi ilma kee jedhamuun naaf hin malujedheen.

"Abbaan isaa garuu garboota isaatiin akkana jedhe; Dafaatii uffata uffata hunda caalu fidaa isatti uffisaa; quba isaatti qubeelaa, miilla isaattis kophee kaaʼaa. Dibicha gabbataa fidaatii qalaa; haa nyaannuu; haa gammannus.

Seja o primeiro