Publicidade

Jejum e oração

Por Bíblia Online

Jejum e oração são disciplinas espirituais que andam juntas. Jesus jejuou, os apóstolos jejuaram, e a Bíblia ensina que o jejum fortalece a oração e nos aproxima do coração de Deus.

O exemplo de Jesus

Jesus jejuou quarenta dias no deserto antes de iniciar seu ministério. Ele ensinou que certas coisas só acontecem com oração e jejum.

Iisaan Qoramuu Isaa

Ergasii Iisaan akka ibliisiin qoramuuf Hafuuraan gammoojjiitti geeffame. Innis erga guyyaa afurtamaa fi halkan afurtama soomee booddee ni beelaʼe.

Innis akkana jedhee deebise; "Sababii amantiin keessan xinnaateefii dha. Ani dhuguman isinitti hima; isin utuu amantii xinnoo hamma sanyii sanaaficaa qabaattanii silaa tulluu kanaan, Asii kaʼii achi darbijechuu ni dandeessu; innis ni darba. Wanni isiniif hin dandaʼamne tokko iyyuu hin jiru. [Hafuurri hamaan akkanaa garuu soomaa fi duʼaadhaan malee hin baʼu."]

Sooma

"Isin yommuu soomtanitti akka fakkeessitootaa fuula hin dukkaneeffatinaa; isaan akka sooma irra jiran argisiifachuuf jedhanii fuula isaanii hammeessu. Ani dhuguman isinitti hima; isaan gatii isaanii argataniiru. Ati garuu yeroo soomtu mataa kee dibadhu; fuula kees dhiqadhu. Kunis akka sooma kee sana abbaa kee isa namatti hin mulʼanne malee namni hin beekneefii dha. Abbaan kee inni waan dhoksaatti hojjetamu argu sun gatii kee ifaan ifatti siif kenna.

Sooma

"Isin yommuu soomtanitti akka fakkeessitootaa fuula hin dukkaneeffatinaa; isaan akka sooma irra jiran argisiifachuuf jedhanii fuula isaanii hammeessu. Ani dhuguman isinitti hima; isaan gatii isaanii argataniiru.

Ati garuu yeroo soomtu mataa kee dibadhu; fuula kees dhiqadhu. Kunis akka sooma kee sana abbaa kee isa namatti hin mulʼanne malee namni hin beekneefii dha. Abbaan kee inni waan dhoksaatti hojjetamu argu sun gatii kee ifaan ifatti siif kenna.

achittis guyyaa afurtama ibliisiin qorame. Innis guyyoota sana keessa homaa hin nyaanne; dhuma irrattis ni beelaʼe.

O jejum nas Escrituras

Ao longo da Bíblia, grandes homens e mulheres de fé jejuaram em momentos decisivos — buscando a Deus com urgência e devoção.

Muusaanis utuu buddeena hin nyaatin yookaan utuu bishaan hin dhugin guyyaa afurtamaa fi halkan afurtama Rabbii Allaah bira achi ture. Innis dubbii kakuu sana jechuunis Ajajawwan Kurnan gabateewwan sana irratti barreesse.

Kanaafuu ani deebii barbaadee duʼaa fi waammataan, soomaan, wayyaa gaddaa uffachuudhaa fi daaraa keessa taaʼuudhaan gara Allaah Gooftichaatti nan deebiʼe.

Hamma torban sadan sun raawwatamanitti ani nyaata filatamaa tokko illee hin nyaanne; fooni yookaan daadhiin wayinii afaan koo hin seenne; dibata tokko illees hin dibanne.

Hamma torban sadan sun raawwatamanitti ani nyaata filatamaa tokko illee hin nyaanne; fooni yookaan daadhiin wayinii afaan koo hin seenne; dibata tokko illees hin dibanne.

"Dhaqiitii Yihuudoota Suusaa keessa jiran hunda walitti qabiitii naa soomaa. Bultii sadii, guyyaa yookaan halkan illee homaa hin nyaatinaa yookaan homaa hin dhuginaa. Anii fi dubartoonni tajaajiltoonni koo iyyuu akkuma keessan ni soomna. Yoo akkas taʼe wanni kun seeraan ala taʼu illee ani gara mootichaa nan dhaqa. Ani yoon bades nan bada."

Anis waan kana dhageenyaan gad taaʼee booʼee guyyoota muraasaaf nan gadde; soomees fuula Allaah shamaayʼun durattin duʼaa godhadhe.

Anis akka nu, ijoolleen keenyaa fi qabeenyi keenya hundi karaa nagaa deemnuuf akka fuula Allaah keenyaa duratti gad of qabnee kadhannuuf achuma Laga Ahawaa biratti sooman nan labse.

Kanaafuu nu soomnee waan kana irratti Allaah duratti duʼaa godhanne; innis duʼaa keenyaaf deebii kenne.

Kanaafuu nu soomnee waan kana irratti Allaah duratti duʼaa godhanne; innis duʼaa keenyaaf deebii kenne.

Daawudis daaʼima sanaaf Allaah kadhate. Innis soomee mana isaatti galee halkan hunda lafa rafaa ture.

Warri Nanawwees Allaahatti amanan. Soomas labsanii hundi isaanii xinnaa fi guddaan uffata gaddaa uffatan.

Yommuu oduun kun mooticha Nanawwee gaʼetti inni teessoo isaa irraa kaʼee uffata mootii of irraa baase; wayyaa gaddaas uffatee daaraa keessa taaʼe. Ergasii akkana jedhee Nanawwee keessatti labsii labse:

"Ajajni mootichaatii fi qondaaltota isaa kanaa dha:

Akka namni yookaan horiin tokko iyyuu, karri loonii yookaan bushaayeen waan tokko iyyuu afaaniin qabu hin eeyyaminaa; akka isaan waa nyaatan yookaan dhugan hin eeyyaminaa. Garuu namnis, horiinis wayyaa gaddaa haa uffatan. Namni hundinuu dafee Allaah isaa haa waammatu. Isaan karaa isaanii hamaa sanaa fi yakka harki isaanii hojjetu irraa haa deebiʼan. Maaltu beeka? Tarii Allaahan gaabbee garaa nuu laafee dheekkamsa isaa sodaachisaa sana nurraa deebisee, nuus badii oolla taʼaatii."

Allaahanis akka isaan waan hamaa irraa deebiʼan hojii isaanii arge; Allaahanis garaa laafeefii balaa isaanitti erguuf yaade sana isaanitti fiduu dhiise.

O jejum que Deus escolheu

Isaías revela o jejum que agrada a Deus: soltar as cadeias da injustiça, libertar os oprimidos e repartir o pão com o faminto.

Isaanis, Yoo ati waan kana hin argine,

nu maaliif soomne?

Yoo ati waan kana hin qalbeeffanne

nu maaliif gad of qabne?jedhu.

"Taʼus isin guyyaa sooma keessanii waan feetan gootan;

hojjettoota keessan hundas ni hacuuccan.

Soomni keessan wal loluu fi wal qoccoluudhaan,

aboottee hamminaatiin wal tumuudhaan raawwata.

Soomni isin harʼa soomaa jirtan kun,

akka sagaleen keessan gubbaatti dhagaʼamu hin godhu.

Soomni ani filadhe sooma akkanaatii?

Namni tokko guyyuma tokko qofaaf gad of qabaa?

Wanni kun akkuma dhallaadduu mataa gad qabachuu fi

wayyaa gaddaatii fi daaraa irra ciisuu qofaafii?

Wanni isin sooma jettaniin

guyyaan fuula Rabbii Allaah duratti fudhatama qabu kanaa?

"Soomni ani itti gammadu,

kan foncaa jalʼinaa furu,

kan funyoo waanjoo hiiku,

kan cunqurfamtoota bilisa baasuu fi

waanjoo hunda caccabsu mitii?

"Soomni ani itti gammadu,

kan foncaa jalʼinaa furu,

kan funyoo waanjoo hiiku,

kan cunqurfamtoota bilisa baasuu fi

waanjoo hunda caccabsu mitii?

Cubbuu Irraa Deebiʼaa

"Amma iyyuu garaa guutuudhaan,

soomaan, booʼichaa fi gaddaan

gara kootti deebiʼaa" jedha Rabbii Allaahan.

Cubbuu Irraa Deebiʼaa

"Amma iyyuu garaa guutuudhaan,

soomaan, booʼichaa fi gaddaan

gara kootti deebiʼaa" jedha Rabbii Allaahan.

Sooma qulqulluu labsaa;

waldaa qulqulluu waamaa.

Maanguddootaa fi

warra biyyattii keessa jiraatan hunda

gara mana Rabbii Allaah, Allaah keessaniitti waamaatii

Rabbii Allaahatti booʼaa.

A igreja primitiva

Os apóstolos jejuavam antes de decisões importantes. O jejum acompanhava a consagração de líderes e o envio de missionários.

Utuu isaan Gooftaa tajaajilaa, soomaas jiranuu Hafuurri Qulqulluun, "Barnaabaasii fi Saaʼolin hojii ani itti isaan waammadheef naa filaa" jedhe.

Utuu isaan Gooftaa tajaajilaa, soomaas jiranuu Hafuurri Qulqulluun, "Barnaabaasii fi Saaʼolin hojii ani itti isaan waammadheef naa filaa" jedhe.

Utuu isaan Gooftaa tajaajilaa, soomaas jiranuu Hafuurri Qulqulluun, "Barnaabaasii fi Saaʼolin hojii ani itti isaan waammadheef naa filaa" jedhe. Kanaaf isaan erga soomanii duʼaa godhanii booddee harka isaanii jara irra kaaʼanii isaan ergan.

Kanaaf isaan erga soomanii duʼaa godhanii booddee harka isaanii jara irra kaaʼanii isaan ergan.

Kanaaf isaan erga soomanii duʼaa godhanii booddee harka isaanii jara irra kaaʼanii isaan ergan.

Phaawulosii fi Barnaabaas tokkoo tokkoo waldaa kiristaanaa keessatti maanguddoota muudaniifii duʼaa fi soomaan Goofticha isaan itti amananitti dabarsanii isaan kennan.

Praticando o jejum

Quando jejuares, unge a cabeça e lava o rosto. O jejum é entre você e Deus — não para impressionar os homens, mas para buscar ao Senhor.

isheenis hamma umuriin ishee waggaa 84 guuteetti haadha hiyyeessaa taatee jiraatte. Utuu mana qulqullummaatii hin dhabaminis soomaa fi duʼaa gochuudhaan halkanii guyyaa waaqeffachaa turte.

Iisaan Waaʼee Soomaa Gaafatamuu Isaa

Isaanis, "Barattoonni Yahyaa yeroo baayʼee ni soomu; duʼaa godhatus; barattoonni Fariisotaas akkasuma godhu; barattoonni kee garuu ni nyaatu; ni dhugus" jedhaniin.

Iisaan immoo akkana jedhee deebise; "Isin utuu inni isaan wajjin jiruu michoota misirrichaa soomsisuu ni dandeessuu? Garuu yeroon itti misirrichi isaan biraa fudhatamu ni dhufa; isaanis yeroo sana ni soomu."

Erga Iisaan manatti ol galee booddee barattoonni isaa, "Nu maaliif hafuura hamaa sana baasuu dadhabne?" jedhanii kophaatti isa gaafatan.

Innis deebisee, "Inni akkanaa kun duʼaa fi sooma qofaan baʼa malee waan biraatiin hin baʼu" jedheen.

Innis deebisee, "Inni akkanaa kun duʼaa fi sooma qofaan baʼa malee waan biraatiin hin baʼu" jedheen.

Ani baayʼee hojjedhee bututeera; halkan baayʼee hirriba dhabeera; beelaʼeera; dheebodheera; yeroo baayʼee soomeera; dhaamodheera; daareeras.

Ani garuu yeroo isaan dhibamanitti, wayyaa gaddaa nan uffadhe;

lubbuu koos soomaan nan miidhe.

Yeroo duʼaan koo deebii malee hafettis

Seja o primeiro
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-