Paz
A paz é um dos frutos do Espírito e uma promessa central de Jesus: 'Deixo-vos a paz, a minha paz vos dou.' A Bíblia nos chama a buscar, cultivar e viver na paz de Deus.
A paz de Cristo
Jesus é o Príncipe da Paz. Antes de partir, prometeu aos discípulos uma paz que o mundo não pode dar nem tirar — paz sobrenatural em meio às tribulações.
Ani nagaa isin biratti nan hambisa; nagaa koos isiniif nan kenna. Ani akka addunyaan kennutti isiniif hin kennu. Garaan keessan hin raafamin; hin sodaatinis.
Ani nagaa isin biratti nan hambisa; nagaa koos isiniif nan kenna. Ani akka addunyaan kennutti isiniif hin kennu. Garaan keessan hin raafamin; hin sodaatinis.
"Akka isin anaan nagaa qabaattaniif ani wantoota kanneen isinitti himeera. Addunyaa kana irratti rakkinni isin argata. Garuu jabaadhaa! Ani addunyaa moʼadheeraa."
"Akka isin anaan nagaa qabaattaniif ani wantoota kanneen isinitti himeera. Addunyaa kana irratti rakkinni isin argata. Garuu jabaadhaa! Ani addunyaa moʼadheeraa."
Mucaan nuuf dhalateera;
ilmi nuuf kennameera;
mootummaan gatiittii isaa irra jiraata.
Innis Gorsaa Dinqisiisaa, Allaah Jabaa,
Abbaa Bara baraa, Mootii Nagaa
jedhamee ni waamama.
Utuu isaan waan kana dudubbachaa jiranuu, Iisaan mataan isaa gidduu isaanii dhaabatee, "Assalaam aleeyikum" jedheen.
Paz com Deus
Justificados pela fé, temos paz com Deus por meio de Cristo. Ele é a nossa paz, que derrubou a barreira e nos reconciliou.
Kanaafuu amantiidhaan qajeeltota erga taasifamnee nu karaa Gooftaa keenya Iisaa Al-Masiihiin Allaah wajjin nagaa qabna.
Al-Masiihiin nagaa keenyaatii; innis dallaa diinummaa kan gargar baasu sana diigee jara lamaanuu tokko godheera; inni foon ofiitiin seera ajajaa fi sirna isaa wajjin diigeera. Kaayyoon isaas jara lamaan keessaa ofuma isaatiin nama haaraa tokko uumee akkasiin nagaa buusuudhaan
dhiiga isaa kan fannoo irratti dhangalaʼe sanaanis nagaa buusuudhaan waan lafa irra jiru yookaan waan shamaayʼun keessa jiru hunda karaa isaatiin ofitti araarseeraatii.
Warra Allaahan jaallatamtanii qulqulloota taʼuuf waamamtan kanneen Roomaa jirtan hundaaf:
Abbaa keenya Allaaha fi Iisaa Al-Masiihii Goofticha irraa ayyaanni isiniif haa taʼu. Assalaam aleeyikum.
Ayyaannii fi nagaan Abbaa keenya Allaaha fi Iisaa Al-Masiihii Goofticha irraa isiniif haa taʼu.
Abbaa keenya Allaaha fi Iisaa Al-Masiihi Gooftaa irraa ayyaanni isiniif haa taʼu. Assalaam aleeyikum;
A paz que excede o entendimento
A paz de Deus, que excede todo entendimento, guarda nosso coração e mente. Ela vem da confiança no Senhor e da entrega total a Ele.
Waan hundumaa keessatti Allaah duratti duʼaa gochuu fi waammataan, galata wajjinis gaaffii keessan Allaahatti dhiʼeeffadhaa malee waan tokko illee hin yaaddaʼinaa. Nagaan Allaah kan hubannaa hundaa ol taʼe sun karaa Al-Masiihi Iisaatiin qalbii fi yaada keessan ni eega.
Isin waan narraa barattan yookaan narraa argattan yookaan narraa dhageessan yookaan narratti argitan hunda isinis akkasuma godhaa. Allaahan nagaa isin wajjin ni taʼa.
Isin waan narraa barattan yookaan narraa argattan yookaan narraa dhageessan yookaan narratti argitan hunda isinis akkasuma godhaa. Allaahan nagaa isin wajjin ni taʼa.
Inni sitti irkateeraatii,
nama yaadni garaa isaa si wajjin jiru,
ati nagaa hirʼina hin qabneen isa eegda.
Inni sitti irkateeraatii,
nama yaadni garaa isaa si wajjin jiru,
ati nagaa hirʼina hin qabneen isa eegda.
Nagaan Al-Masiihii kan isin akkuma kutaa dhagna tokkootti itti waamamtan sun garaa keessan keessatti haa moʼu. Warra galateeffattanis taʼaa.
Nagaan Al-Masiihii kan isin akkuma kutaa dhagna tokkootti itti waamamtan sun garaa keessan keessatti haa moʼu. Warra galateeffattanis taʼaa.
Promotores da paz
Bem-aventurados os pacificadores, porque serão chamados filhos de Deus. A Escritura nos chama a buscar e promover a paz em todos os relacionamentos.
Warri nagaa buusan eebbifamoo dha;
ijoollee Allaaha ni jedhamuutii.
Warri nagaa buusan eebbifamoo dha;
ijoollee Allaaha ni jedhamuutii.
Yoo dandaʼame, gama keessaniin nama hunda wajjin nagaan jiraadhaa.
Kanaaf waan nagaa fidu gochuu fi wal ijaaruuf haa tattaaffannu.
Mootummaan Allaaha qajeelummaa, nagaa fi gammachuu Hafuura Qulqulluun taʼeedha malee waaʼee nyaataa fi dhugaatii mitiitii.
Nama hunda wajjin nagaadhaan jiraachuu fi qulqulluu taʼuuf tattaaffadhaa; qulqullummaan malee namni kam iyyuu Gooftaa arguu hin dandaʼuutii.
Nama hunda wajjin nagaadhaan jiraachuu fi qulqulluu taʼuuf tattaaffadhaa; qulqullummaan malee namni kam iyyuu Gooftaa arguu hin dandaʼuutii.
"Namni jireenya jaallatu,
kan bara gaariis arguu hawwu kam iyyuu,
arraba isaa hammina irraa,
hidhii isaa immoo soba dubbachuu irraa haa eeggatu.
Inni hammina irraa deebiʼee gaarii haa hojjetu;
nagaa haa barbaadu; duukaa haa buʼus.
Inni hammina irraa deebiʼee gaarii haa hojjetu;
nagaa haa barbaadu; duukaa haa buʼus.
Hammina irraa deebiʼi; gaarii hojjedhu;
nagaa barbaadi; duukaa buʼis.
Hammina irraa deebiʼi; gaarii hojjedhu;
nagaa barbaadi; duukaa buʼis.
O fruto da paz
A sabedoria que vem do alto é pacífica. O fruto da justiça se semeia em paz por aqueles que cultivam a paz com mansidão.
Iji qajeelummaa warra nagaa buusaniin nagaadhaan facaafama.
Iji qajeelummaa warra nagaa buusaniin nagaadhaan facaafama.
Ogummaan shamaayʼun irraa dhufu garuu duraan dursee qulqulluu dha; akkasumas nagaa qabeessa; garraamii dha; ajajamaa dha; kan araaraa fi ija gaariin guutamee dha; wal caalchisuu fi itti fakkeessuus of keessaa hin qabu.
Iji Hafuuraa garuu jaalala, gammachuu, nagaa, obsa, arjummaa, gaarummaa, amanamummaa,
Buʼaan qajeelummaa nagaa dha;
faayidaan qajeelummaa immoo utuu hin birʼatin
tasgabbiin bara baraan jiraachuu dha.
Adabbiin hundinuu yeroo sana waan nama gaddisiisu malee waan nama gammachiisu hin fakkaatu. Ergasii garuu warra adabbii sanaan leenjifamaniif ija qajeelummaa fi nagaa kenna.
Paz interior e descanso
Aquietai-vos e sabei que Eu sou Deus. A paz do Senhor acalma tempestades, silencia medos e sustenta a alma em todo tempo.
"Calʼisaa; akka ani Allaah taʼes beekaa;
ani saboota gidduutti ol ol nan jedha;
lafa irrattis ol ol nan jedha."
Ani nagaadhaan nan ciisa; nan rafas;
yaa Rabbii Allaah si qofatu,
sodaa malee na jiraachisaatii.
Rabbii Allaahan saba isaatiif jabina kenna;
Rabbii Allaahan saba isaa nagaadhaan eebbisa.
Garraamonni garuu lafa ni dhaalu;
nagaa guddaadhaanis ni gammadu.
Nama mudaa hin qabne yaadatti qabadhu; tolootas ilaali;
sanyiin nama nagaa hin baduutii.
Warri seera kee jaallatan nagaa guddaa qabu;
wanni isaan gufachiisu tokko iyyuu hin jiru.
Warri seera kee jaallatan nagaa guddaa qabu;
wanni isaan gufachiisu tokko iyyuu hin jiru.
Ani nama nagaa barbaadu dha;
isaan garuu yeroo ani dubbadhu lolaaf kakaʼan.
Innis kaʼee bubbee sana ifate; dambalii sanaanis, "Calʼisi! Gab jedhis!" jedhe. Bubbeen sunis ni calʼise; tasgabbiin guddaanis ni taʼe.
Innis, "Yaa intalaa, amantiin kee si fayyiseera. Nagaan deemi; dhiphina kee irraas fayyi" jedheen.
"Soogiddi gaarii dha; garuu yoo miʼaa isaa dhabe, miʼaa isaa akkamiin deebisuufii dandeessu? Isinis soogidda of keessaa qabaadhaa; walii wajjinis nagaan jiraadhaa."
Anunciadores da paz
Como são formosos os pés dos que anunciam boas novas de paz! O evangelho é a mensagem de paz para todos os povos.
Isaanis utuu hin ergamin akkamitti lallabuu dandaʼu? Kunis isa, "Miilli warra injiila fidanii akkam miidhagaa dha!" jedhamee barreeffamee dha.
Miilli warra injiila fidanii,
kan nagaa labsanii,
kan oduu gammachiisaa fidanii,
kan fayyina labsanii, kan Xiyooniin,
"Allaahan kee moʼeera!" jedhanii
tulluuwwan irratti akkam miidhagaa dha!
"Shamaayʼunii gubbaatti ulfinni Allaahaf,
lafa irrattis nagaan namoota inni itti gammaduuf haa taʼu."
"Mootiin maqaa Gooftaatiin dhufu eebbifamaa dha!"
"Nagaan shamaayʼun irratti, ulfinnis ol gubbaatti!"
Kunoo, miilli nama oduu gaarii fidu,
kan nagaa labsu tokkoo tulluuwwan irra jira!
Yaa Yihuudaa, ayyaanota kee ayyaaneffadhu;
wareega kees baafadhu.
Siʼachi hamaan si hin weeraru;
inni guutumaan guutuutti ni barbadeeffama.
qophaaʼummaa injiila nagaa akka kopheetti miilla keessanitti kaaʼadhaa dhaabadhaa.
O Deus da paz
Que o Deus da paz esteja com todos vocês. Ele nos santifica por completo e nos guarda irrepreensíveis para a vinda do Senhor.
Allaahan nagaa hunduma keessan wajjin haa taʼu. Ameen.
Gooftaan nagaa mataan isaas yeroo hunda, karaa hundaan nagaa isinii haa kennu. Gooftaan hunduma keessan wajjin haa taʼu.
Allaahan nagaa inni karaa dhiiga kakuu bara baraatiin Gooftaa keenya Iisaa, Tiksee hoolotaa guddicha sana warra duʼan keessaa kaase sun,
Allaahan akka waldoota qulqullootaa hundumaa keessatti taʼaa jiru kana Allaah jeequmsaa utuu hin taʼin Allaah nagaa ti.
" ‘ "Rabbii Allaahan si haa eebbisu;
si haa eegus;
Rabbii Allaahan fuula isaa siif haa ibsu;
garaa siif haa laafu.
Rabbii Allaahan fuula isaa gara keetti haa deebisu;
nagaas siif haa kennu." ’
Yaada ani isiniif qabu anatu beekaatii; innis yaada nagaati malee yaada hamaa miti; akkasumas yaada abdiitii fi kan galgala keessaniif toluu dha" jedha Rabbii Allaahan.
" ‘Taʼus ani isaan nan fayyisa; nan bayyanachiisas; ani saba koo nan fayyisa; akka isaan nagaa fi tasgabbii guddaan jiraatan nan godha.
Rabbii Allaahan ilmaan kee hunda ni barsiisa;
nagaan ijoollee keetiis guddaa taʼa.
Isin gammachuudhaan baatu;
nagaadhaan geggeeffamtu;
tulluuwwanii fi gaarran,
fuula keessan duratti ililchanii faarfatu;
mukkeen dirree hundinuus
harka walitti rukutu.
"Namoota hamoof nagaan hin jiru" jedha Allaahan koo.
Paz, santidade e unidade
A paz exige esforço: guardar a unidade do Espírito, evitar contendas e buscar a santidade. Sem paz e santidade, ninguém verá o Senhor.
Hidhaa nagaatiin tokkummaa Hafuuraa eeguuf carraaqaa.
Hidhaa nagaatiin tokkummaa Hafuuraa eeguuf carraaqaa.
Atis hawwii hamaa yeroo dargaggummaa irraa baqadhu; warra garaa qulqulluun Gooftaa waammatan wajjin qajeelummaa, amantii, jaalalaa fi nagaa duukaa buʼi.
Wal dandaʼaa; yoo eenyu iyyuu nama tokko illee irraa komii qabaate walii dhiisaa. Akkuma Gooftaan isinii dhiise sana isinis walii dhiisaa.
Yoo karaan namaa Rabbii Allaah gammachiise,
inni akka diinonni isaas nagaan isa wajjin jiraatan ni godha.
Goota waraanaa irra nama obsa qabu,
nama magaalaa tokko boojiʼee fudhatu irra kan of qabu wayya.
Lola irraa fagaachuun ulfina;
gowwaan hundi garuu lolatti ariifata.
Nagaa fi araarri warra seera kana duukaa buʼan hundaaf, Israaʼel Allaahatiifis haa taʼu.
Araarri, nagaanii fi jaalalli isiniif haa baayʼatu.
Paz e fé
O Deus da esperança nos encha de paz e alegria no crer. Quem mantém o pensamento firme no Senhor experimenta paz perfeita.
Isinis akka humna Hafuura Qulqulluutiin abdiitti akka malee guddattaniif, Allaahan abdii sun isa amanachuu keessaniin gammachuu fi nagaa hundumaan isin haa guutu.
Yaadni foonii duʼa; yaadni Hafuuraa garuu jireenyaa fi nagaa dha.
Yaadni foonii duʼa; yaadni Hafuuraa garuu jireenyaa fi nagaa dha.
badiisaa fi gadadootu karaa isaanii irra jira;
karaa nagaas hin beekan."
"Allaah sodaachuun ija isaanii dura hin jiru."
Iisaanis dubartittiidhaan, "Amantiin kee si fayyiseera; nagaan deemi" jedhe.
"Yeroo mana tokko seentanitti dursaatii, ‘Nagaan mana kanaaf haa taʼu’ jedhaa.
Yoo hin dandeenye immoo utuu mootichi kaan isa irraa fagoo jiruu bakka buʼoota itti ergee akka nagaan buʼu kadhata.
Nagaan keessan yoo mana sanaaf male, mana sanaaf haa taʼu; yoo isaaf hin malin garuu nagaan keessan isiniif haa deebiʼu.
"Isin waan ani lafa irratti nagaa buusuuf dhufe hin seʼinaa. Ani goraadee fiduuf malee nagaa buusuuf hin dhufne.
Egaa yaa obboloota nagaatti. Haaromfamaa; wal jajjabeessaa; yaada tokko qabaadhaa; nagaadhaan jiraadhaa. Allaahan jaalalaatii fi nagaa isin wajjin ni taʼa.
warra dukkana keessa,
gaaddidduu duʼaa jala jiraniif akka ifa kennuuf;
miilla keenyas karaa nagaa irra deemsisuuf."
Ati garuu nagaan gara abbootii keetii dhaqxa; bara dheeraas jiraattee qabbaramta.
jaallachuun yeroo qaba; jibbuufis yeroo qaba;
loluuf yeroo qaba; nagaafis yeroo qaba.
Isaan karaa nagaa hin beekan;
murtiin qajeelaan karaa isaanii irra hin jiru.
Daandii isaanii jalʼisaniiru;
namni achi irra deemu tokko iyyuu nagaa hin beeku.
Inni badhaadhuuf jedhee gowwoomsaa hojjeta; akka nama guddaattis of ilaala. Inni yommuu isaan waan nagaa qaban seʼanitti baayʼee isaanii balleessee Mootii moototaattis ni kaʼa. Taʼu illee inni ni bada; garuu humna namaatiin miti.
Yeroo kutaawwan biyya sooreyyiin nagaadhaan jiraatanitti isaanitti duulee waan abbootiin isaa yookaan akaakileen isaa hin hojjetin hojjeta. Innis waan boojiʼame, waan saamamee fi qabeenya duuka buʼoota isaatiif ni qoqqooda. Inni daʼannoowwan jigsuuf ni malata; garuu yeroo muraasaaf waan kana godha.
Yeroo raafamni dhufutti isaan nagaa barbaadu;
garuu tokko illee hin argatan.
nabiiʼiyyoonni Israaʼel kanneen Yerusaalemiif raajanii utuu nagaan hin jiraatin mulʼata nagaa isheef argan sunis ni badu, jedha Rabbii Allaahan Gooftaan." ’
"Kakuun ani isa wajjin gale kakuu jireenyaatii fi kakuu nagaa ture; isas nan kenneef; kunis kabaja fide; innis na kabaje; maqaa koo sodaachuudhaanis ni dhaabate.
Namni amantii hin qabne garuu yoo gargar baʼuu fedhe gargar haa baʼu. Obboleessi tokko yookaan obboleettiin tokko haala akkasii keessatti hin hidhaman; Allaahan akka isin nagaan jiraattaniif isin waameeraatii.
Fardi biraa daamaan tokkos ni dhufe. Isa fardicha yaabbatuufis akka inni nagaa lafa irraa balleessuu fi akka namoonni wal gorraʼan akka godhuuf humni kennameef; goraadeen guddaan tokkos ni kennameef.