Publicidade

2 Crônicas 20

21 Inni kolbaa woliin mari’atee faarfattoota loltoota dura deemaa, «Mootii Waan Maraa galateessa’a; jaalalli isaa ka bara baraa ti» jedhaa faarfataa woyyummaa Mootii Waan Maraa leellisanu filee dhaabe.

22 Yennaa isaan faarfataa leellisiisa jalqabane, Mootiin Waan Maraa worra Yihudaa loliisa dhufane worra Amoonii, worra Mo’aabiitii fi worra gaara Se’iiriititti riphee lolu itti fidee akka isaan injifatamanu godhe.

Veja também

Publicidade
Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-06-28_14-13-17-