18Arfaaksaad Shalaa uumate; Shalaan Ebeer uumate.
25Ebeer, Feleg, Re’uu,
52Oholiibaamaa, Elaa, Phiinon,
276 resultados encontrados
18Arfaaksaad Shalaa uumate; Shalaan Ebeer uumate.
25Ebeer, Feleg, Re’uu,
52Oholiibaamaa, Elaa, Phiinon,
7Ati worra dhibii maaniin caalta? Waan ati qaddu duudii ka si’ii kenne Waaqaa motii? Maarre yoo isa irraa fudhattee jiraatte, akka kennaa hin te’iniititti maaf ifi jajja?
10Nuuti Kiristoosiif jennee gowwoolee teeneerra; isin ammoo Kiristoosiin qaro’o; nuuti dadhaboole’e, isin ammoo jajjaba. Nuuti ulfinna dhanneerra, isin ammoo ulfeeffantaneertan.
21Kam feetan? Ulee fudhadhee isinitti dhufa moo, yookiin ayyaana jaalalaatii fi qajeelumma’aatiin isinitti dhufa?
9Waaqi akka nuuti karaa Goottaa keenna Yesuus Kiristoosiitiin fayyinna dhaggannuuf malee, mufi’iif nu hin waanne.
20jecha raagaa hin tuffatina’a;
25Obboleeyyan tiyya! Nu’uufille daadimadha’a.
16Worri Waaqa malee le’uWaaqa dura dhikaatuu waan hin dandeenneef,kun fayyinna kiyyaaf te’a fa’a.
20«Ee Waaqa!Akka ani fuula keeti duraa hin dhokanneef,waan lamaan kana qofa si gaafadha:
28«Tanaaf ani akka waan shamee,akka woyaa qu’een13:28 Qu’een: Yookiin barbaaraan yookiin qooqqannaan yookiin biliin jedhamuu hin dande’a. nyaattee hin bada.
6ani gara kolbaa afaan isaanii hin beekkannee, ta dubbiin isaanii rakkisaa teetee, si hin ergine. Dhugumaan, adoo achi si ergee jiraadhee, sila isaan si hin dhage’aniiyyu.
14Ayyaanni ol na fuudhee deeme; anille hadheeffataa, aaree bobe’aa achii deeme; irreen Mootii Waan Maraalle na irratti jabaatteertiiyyu.
25Ee ilma namaa! Ati akka xaxantee odduu kolba’aatitti gad bawuu hin dandeenne, kunoo, wodaro’oon hin hidhanta.
2Jechi Mootii Waan Maraa ammoo gara Shemaa’iyaa raagichaa dhufee,
8Gaat, Maareshaa, Ziif,
22Inni ilma ifii Abiiyaa ka Ma’akaa irraa uumate mootii godhiisa waan fedheef, ijoollee ifii ta dhibii mara irratti sooressa akka te’u isa file.
9Ifi worra balcha’aa yennaa mara ifa;issaan nama hama’aa ammoo hin dhaama.
15Qalbeeffati dansaan ulfinna namaaf kenniti;karaan worra hin addatannee ammoo bu’aa-bayi’i.
16Nami qalbeeffataan beekkumsaan hujata;gowwaan ammoo gowwummaa ifiibadhinnatti mudhisa.
17Foon korbeessaa san kukkuttii, meya gadha’aatii fi luka isaa dhiqiitii, mata’aa fi foon kukkutame kaan woliin keyi.
19«Korbeessa hoole’ee kaanille fuudhiitii, Aaronii fi ilmaan isaa mataa isaa irra harka ifii akka keyanu godhi.
31«Foon korbeessa hoole’ee ka yennaa isaan hayyuu te’anu qalame san fuudhiitii addee woyyitti’itti iffeeli.
7Waadaan sun, ta gosi teenna kudhanii fi lama akka dhaggattuuf addattee, halkanii fi guyyaa Waaqaaf tajaajilte. Mooticha Agriipha’a! Sababa addii tanaatiif, Yihudooti amma na himatiisatti jiran.
17Worra ani itti si ergaaru kolbaa Israa’eliitii fi worra Yihudoota hin te’in irraa si fayyisa.
27Mooticha Agriipha’a! Ati raagotatti hin dhugeeffattaa motii? Akka ati dhugeeffattu aninuu hin beeka» jedhe.
12marartii malee harka isi’ii irraa kuti.
14Mana keeti keessalle’ee meya ittiin safaranu gosa lama gudda’aa fi diqqaa hin qabaatin.
15Lafa Mootiin Waan Maraa Waaqi keeti sii kennu keessa bara dheeraa akka leetuuf, madaalli’ii fi meya ittiin safaranu ka sirrii te’ee fi addatamaa qabaadhu.
1Maarre worri Kiristoos Yesuusiin le’u, amma muraa yakka’aa jala hin jiru.
12Tanaaf, obboleeyyan tiyya! Nuuti waan godhuu qannu qanna; wonni godhuu qannu sunille akka fedha foonii le’iisaa moti.
17Maarre ijoollee Waaqaa eega teene, isa hin dhaalla; Kiristoos wolille’een hin dhaalla; amma rakkinna Kiristoosii eega qoodanne, ulfinna isaalle hin qoodanna.
1Marroo qarqaarsa kolbaa Waaqaa ta Yihudaa keessa jirtuuf godhamuu, isiniif barreessuun barbaachisa’aa moti.
8Yennaa mara waan isinii barbaachisu maraa ifii qabaattanee, hujii dansa’aafille ka geyee hafu akka qaabattanu Waaqi badhaadha ifii bira dabarsee isinii kennuu hin dande’a.
14Isaanille badhaadha guddaa Waaqi waan isinii kenneef, isin dharra’aa isinii daadimatan.
10ilmaan Yoseefii gosa Efreemii keessaa, ilma Amiihudii Eliishaama’a; gosa Minaase’ee keessaa, ilma Phedaazurii Gamaali’el;
17Muuse’ee fi Aaron worra maqaan isaanii dhowame kana fudhatanee,
48Sababille Mootiin Waan Maraa Muuse’een,
37Waaqaaf wonni hin dande’anne hin jirtu» jedhe.
49Waaqi dande’aan waan guddoo naaf godhe.Maqaan isaalle woyyicha.
77Kolbaan Waaqaa araara cubbu’uu kennamuun,beekkuma fayyinnaa akka dhaggattu hinta.
1Mootiin Waan Maraa Muuse’een,
13Mootiin Waan Maraa Muuse’een,
14«Nama maqaa Waaqaa abaaree faanshesse san addee quttumaatiin alatti baasi. Worri faanshessiisa isaa dhage’e marti akka inni yakkaa huje dhugaa bayiisaaf harka ifii mataa isaa irra keyanuu ti; achiin duuba wolde’i marti dhaka’aan isa tumanuu ti.
4Ee, dubartoota Yerusaalemii,jaalalleen kiyya haga inni fedhuma ifiitiin ka’utti,akka isa hin dammassine,ani isin kadhadha.Dubartooti Jaaloti Waajibitti’ii
10Ani dalleya dhaka’aa ti;harmi kiyya xelleephoo fakkaata;ani ila isaa duratti nama nageya isaaf fidu te’e.
13Ee, ati ta oorruu keessa leetu,jaaloti tiyya qoonqoo teeti caqasiisatti jiran;anille qoonqoo teeti dhage’uu ti.Waajibittii
1Ee Mootii Waan Maraa,namoota hamaa jalaa na baasi;worra hunnaan nama irratti ka’una irraa eegi.
4Ee Mootii Waan Maraa,harka worra hama’aa irraa na eegi;worra hunnaan nama irratti ka’u,ka miila kiyya qaxafiisaafmala dhowanu irraa na eegi.
8Ee Mootii Waan Maraa,fedhii nama hama’aa hin muummessiniif;mala dhowelle hin milkeessiniif.
6ammalle ka mara caalu, ka mara keessalle huju, ka mara keessa jiraatu, Abbaa kolbaa maraa ka te’e, Waaqa tokkochatti jira.
15Kanaa mannaa, jaalalaan dhugaa dubbataa, gara Kiristoosii mataa te’ee, karaa maraan guddanna.
27Seexanaafille karaa hin kennina’a.
3Nami tokko ijoollee dhibba uumatee, bara bacaa le’uu dande’a; haga le’elle le’u, inni yoo karra ifiititti hin gammadin, ulfinnaan yoo hin awwaalamin, ani, «Isa caalaa finna du’ee dhalate woyya» jedha.
4Finni adoo hin dhalatin du’e sun bu’aa hin qabu; maqaa malee, dukkana keessaa dukkanatti deebi’a.
8Nami qaroon nama gowwaa maaniin caala ree? Nami hiyyeessille namoota dhibii odduu attam akka le’u beekuun maan bu’aa isaaf qaba ree?
4«Te’uu malee, waan si ciicadhu2:4Ciicadhu: Boodhu qaba; sunilleen, jaalala duri qaddu lakkitteerta.
12«Ergamaa wolde’a kiristaana Phergamooniitiif akkasi jedhii barreessi:«Ka shallaagaa qara lamaa, ka qarame qabu akkas jedha:
24«Tiyaatiraa keessatti, isin worra barsiisa isi’ii hin hordofinii fi ‹Dhossaa guddoo Seexanaa› ta jedhante worra hin baratin hattaneen ammoo, waan jedhu: Ba’aa dhibii isin irratti hin fe’u;
25haga ani dhufutti woma qaddanu san jabeessa’aa qabadha’a.