6Samii keessatti eenyutu Waaqayyoon qixxaachuu dandaʼa?Uumamawwan samii keessaa kan Waaqayyoon fakkaatu eenyu?
8Yaa Waaqayyo, Waaqa Waan Hunda Dandeessu, kan akka keetii eenyu?Yaa Waaqayyo, ati jabaa dha; amanamummaan kees si marsa.
52Galanni bara baraan Waaqayyoof haa taʼu!Ameen; Ameen.