1Gowwaa daba dubbatuu mannaahiyyeessa amanamummaadhaan jiraatu wayya.
8Namni qalbii qabu ofii isaa jaallata;namni hubannaa jaallatu ni milkaaʼa.
22Wanni namni hawwu jaalala dhuma hin qabnee dha;sobduu taʼuu mannaa hiyyeessa taʼuu wayya.
79 resultados encontrados
1Gowwaa daba dubbatuu mannaahiyyeessa amanamummaadhaan jiraatu wayya.
8Namni qalbii qabu ofii isaa jaallata;namni hubannaa jaallatu ni milkaaʼa.
22Wanni namni hawwu jaalala dhuma hin qabnee dha;sobduu taʼuu mannaa hiyyeessa taʼuu wayya.
2Amariyaa, Maluuk, Haxuush,
5Miyaamiin, Maʼaadiyaa, Bilgaa,
13maatii Izraa keessaa Meshulaam;maatii Amariyaa keessaa Yehohaanaan;
12Yaa Israaʼel, wanni Waaqayyo Waaqni kee sirraa barbaadu maali? Akka ati Waaqayyo Waaqa kee sodaattu, akka daandii isaa hunda irra deemtu, akka isa jaallattu, akka Waaqayyo Waaqa kee garaa kee guutuu fi lubbuu kee guutuudhaan tajaajiltu,
19Alagoota jaalladhaa; isin mataan keessan biyya Gibxitti alagoota turtaniitii.
20Waaqayyo Waaqa kee sodaadhu; isa tajaajilis. Isatti maxxani; maqaa isaatiinis kakadhu.
4Yommuu gaarummaa fi jaalalli Fayyisaa keenya Waaqaa mulʼatetti garuu,
8Jechi kunis amanamaa dha. Warri Waaqa amanatan akka waan gaarii hojjechuuf of eeggannaan of kennan, akka ati cimsitee waan kana dubbattu nan barbaada. Kunis waan akka malee gaarii fi waan nama hundumaa fayyaduu dha.
15Warri na wajjin jiran hundinuu nagaa siif dhaamu.Warra amantiin nu jaallatanitti nagaa nuuf himi.Ayyaanni hunda keessan wajjin haa taʼu.
5Ati bara baraan nutti aartaa? Dheekkamsa keedhaloota tokko irraa dhaloota kaanitti dabarsitaa?
10Jaalallii fi amanamummaan wal gaʼan;qajeelummaa fi nagaan wal dhungatan.
11Amanamummaan lafa keessaa burqa;qajeelummaan immoo samii irraa gad ilaala.
5Kaayyoon ajaja kanaas jaalala garaa qulqulluu, qalbii gaarii fi amantii itti fakkeessuu hin qabne keessaa baʼuu dha.
14Ayyaanni Gooftaa keenyaas amantii fi jaalala Kiristoos Yesuusiin argamu wajjin baayʼinaan narratti dhangalaafame.
17Egaa Mootii bara baraa, isa hin duune, isa ijatti hin mulʼanne Waaqa tokkicha sanaaf bara baraa hamma bara baraatti ulfinnii fi galanni haa taʼu. Ameen.
7Ifni miʼaawaa dha;aduu arguunis ija gammachiisa.
8Namni yoo hammam waggoota baayʼee jiraate illee,inni hunduma isaatti gammadaa haa jiraatu.Garuu inni guyyoota dukkanaa haa yaadatu;isaan ni baayʼatuutii.Wanni dhufuuf jiru hundinuu faayidaa hin qabu.
9Yaa dargaggeessa, hamma dargaggummaa keessa jirtutti gammadi;bara dargaggummaa keetii keessas garaan kee si haa gammachiisu.Yaada garaa keetii, waanuma iji kee argu duukaa buʼi;garuu akka Waaqni waan kana hundaaf gara murtiitti si fidu beekkadhu.
5Waaqayyo Waaqa Waan Hunda Dandaʼu,maqaan isaa Waaqayyo!
6Ati garuu Waaqa keetti deebiʼi;jaalalaa fi murtii qajeelaa jabeessiiyeroo hunda Waaqa kee eeggadhu.
7Daldalaan madaalii sobaa ofi harkaa qabunama gowwoomsuu jaallata.
11" ‘Hin hatinaa." ‘Hin sobinaa." ‘Walis hin gowwoomsinaa.
18" ‘Saba kee keessaa nama tokkotti iyyuu haaloo hin baʼin yookaan haaloo itti hin qabatin; ollaa kee garuu akkuma ofii keetiitti jaalladhu. Ani Waaqayyo.
32" ‘Warra dulloomaniif kaʼi; jaarsaaf ulfina kenni; Waaqa kee sodaadhu. Ani Waaqayyo.
1Yaa Nanawwee, namni si lolu sitti dhufeera.Daʼoo eeggadhu;karaa ilaalladhu.Mudhii kee hidhadhu;humna kee hunda walitti qabadhu!
6Balballi lageenii banamaa dha;masaraan mootummaas ni jiga.
9Meetii saamaa!Warqee saamaa!Maddi ishee, badhaadhummaankuusaa qabeenya ishee hundaas dhuma hin qabu!
14Wanni isin hojjettan hundinuu jaalalaan haa taʼu.
22Namni Gooftaa hin jaallanne kam iyyuu haa abaaramu. Yaa Gooftaa kottu.
24Jaalalli koo Kiristoos Yesuusiin hunduma keessan wajjin haa taʼu. Ameen.
11Ergaan isin jalqabaa kaaftanii dhageessan isa, "Nu wal jaallachuu qabna" jedhuu dha.
14Nu sababii obboloota jaallannuuf duʼa keessaa gara jireenyaatti akka ceene ni beekna. Namni obboleessa isaa hin jaallanne duʼa keessa jiraata.
18Yaa ijoollee jaallatamoo, kottaa dubbiin yookaan afaan qofaan utuu hin taʼin hojii fi dhugaadhaan jaallannaa.
2Guutumaan guutuutti gad of qabaa; garraamota taʼaa; obsa qabaadhaa; jaalalaanis wal dandaʼaa.
3Hidhaa nagaatiin tokkummaa Hafuuraa eeguuf carraaqaa.
5Gooftaa tokko, amantii tokkoo fi cuuphaa tokkotu jira;
8" ‘Uumanni kun hidhii isaatiin na kabaja;garaan isaa garuu narraa fagoo jira.
9Isaan akkanumaan na waaqeffatu;barsiisni isaaniis sirnuma namaa ti.’ 15:9 Isa 29:13 "
18Wanni afaan namaatii baʼu garuu nama keessaa baʼa; namichas ni xureessa.
4Yaa intallan Yerusaalem, ani isin kakachiisa;hamma isheen ofumaan feetee kaatuttijaalala hin tuttuqinaa yookaan hin dadammaqsinaa.Michoota
6Akkuma chaappaatti laphee kee irra,akkuma chaappaatti irree kee irra na kaaʼadhu;jaalalli akkuma duʼaa jabduudhaatii;hinaaffaan isaas akkuma awwaalaa hamaa dha.Inni akkuma ibidda balaliʼuu,akkuma arraba ibidda jabaa bobaʼa.
7Bishaan baayʼeen jaalala dhaamsuu hin dandaʼu;lagnis dhiqee isa balleessuu hin dandaʼu.Namni tokko qabeenya mana isaa hundayoo jaalalaaf kenneqabeenyi sun guutumaan guutuutti ni tuffatama.Michoota
8Amphiliyaaxos isa ani Gooftaadhaan jaalladhutti nagaa naa himaa.
12Warra Gooftaatti amananii dhamaʼan Tiriifeenaa fi Tiriifoosaatti nagaa naa himaa.Pharsiis jaallatamtuu hojii Gooftaatti amantee baayʼee dhamaatettis nagaa naa himaa.
16Dhungoo qulqulluudhaan nagaa wal gaafadhaa.Waldaaleen Kiristoos hundinuu nagaa isinii dhaamu.
13Garaan gammadu akka fuulli ifu godha;gaddi garaa garuu hafuura cabsa.
17Jibbaan cooma sangaa nyaachuu mannaa,jaalalaan raafuu nyaachuu wayya.
30Fuulli ifaan garaa gammachiisa;oduun gaariinis lafee haaromsa.
2Waaqa waaqotaatiif galata galchaa.Jaalalli isaa bara baraan jiraata.
3Gooftaa Gooftotaatiif galata galchaa:Jaalalli isaa bara baraan jiraata.
26Waaqa samiitiif galata galchaa.Jaalalli isaa bara baraan jiraata.
11Ergasiis Oobootii kaʼanii Iyyee Abaariim lafa karaa baʼa biiftuutiin fuullee Moʼaabitti gammoojjii keessatti argamu qubatan.
19Mataanaadhaa kaʼanii Nahaaliʼeel dhaqan; Nahaaliʼeelii kaʼanii Baamooti dhaqan;
31Akkasiin Israaʼel biyya Amoor keessa qubate.
29Een Rimoon keessa, Zoraa keessa, Yarmuut keessa,
33Haazoor keessa, Raamaa fi Gitayim keessa,
35Lood, Oonoo fi Gehaaraashim keessa jiraatan.