Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "esperança"

101 resultados encontrados

  1. Provérbios 25

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 25
    Mostrando versículos 12–25 de 28

    12Ifanni nama ogeessaa gurra dhaggeeffatuuf,lootii warqee yookaan faaya warqee qulqulluu ti.

    19Nama hin amanamne tokko yeroo rakkootti abdachuunakkuma ilkaan cabee yookaan miilla okkoluu ti.

    25Oduun gaariin biyya fagootii dhufu,akkuma bishaan qabbanaaʼaa lubbuu dheebotteef taʼuu ti.

  2. 2 Coríntios 5

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 7–14 de 21

    7Nu amantiidhaan jiraanna malee arguun miti.

    11Nu Gooftaa sodaachuun maal akka taʼe waan beeknuuf namoota amansiisuuf yaalii goona. Eenyummaan keenya Waaqa biratti beekamaa dha; yaada garaa keessaniitiifis beekamaa akka taʼe nan abdadha.

    14Jaalalli Kiristoos nu dirqisiisaatii; sababiin isaas waan namni tokko nama hundaaf duʼeef namni hundi kan duʼe taʼuu isaa amansiifamneerra.

  3. Romanos 3

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 2–30 de 31

    2Karaa hundaanuu buʼaa guddaa qaba! Jalqabatti dubbiin Waaqaa Yihuudootatti imaanaa kenname.

    28Nu akka namni seera eeguudhaan utuu hin taʼin amantiidhaan qajeelaa taasifamu ni amannaatii.

    30egaa kan dhagna qabates amantiin, kan dhagna hin qabatinis amantiidhuma sanaan qajeelaa kan taasisu Waaquma tokkicha.

  4. Mateus 15

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 15
    Mostrando versículos 8–28 de 39

    8" ‘Uumanni kun hidhii isaatiin na kabaja;garaan isaa garuu narraa fagoo jira.

    18Wanni afaan namaatii baʼu garuu nama keessaa baʼa; namichas ni xureessa.

    28Yesuusis, "Dubartii nana, amantiin kee guddaa dha! Akkuma fedhii keetii siif haa taʼu" jedhee deebise. Intalli ishees saʼaatiidhuma sana fayyite.

  5. 1 Crônicas 8

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 15–24 de 40

    15Zebaadiyaan, Aaraad, Ederi,

    23Abdoon, Zikriin Haanaan,

    24Hanaaniyaa, Eelaam, Antootiiyaa,

  6. Jó 4

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 6–17 de 21

    6Waaqa sodaachuun kee irkoo kee,qajeelinni karaa keetiis abdii kee mitii?

    13Abjuu halkanii sodaachisaa keessa,yommuu hirribni cimaan nama qabatutti,

    17‘Namni duʼa hin oolle, Waaqa caalaa qajeelaa taʼuu dandaʼaa?Namni Uumaa isaa caalaa qulqulluu taʼuu dandaʼaa?

  7. Josué 19

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 19
    Mostrando versículos 36–43 de 51

    36Adaamaa, Raamaa, Haazoor,

    37Qaadesh, Edreyii, Een Haxoor,

    43Eeloon, Tiimnaahi, Eqroon,

  8. Salmos 71

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 71
    Mostrando versículos 5–21 de 24

    5Yaa Waaqayyo Gooftaa, ati abdii kootii;ijoollummaa kootii kaaftees ati Waaqa ani amanadhuu dha.

    14Ani garuu yeroo hundumaa abdii qaba;ittuma caalchisees sin galateeffadha.

    21Ulfina koo ni guddifta;amma illee na jajjabeessita.

  9. Isaías 53

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 53
    Mostrando versículos 1–10 de 12

    1Ergaa keenya eenyutu amane?Irreen Waaqayyoos eenyutti mulʼate?

    3Inni nama biratti tuffatamee jibbame;inni nama gaddaa fi gadadamuun jiraatuu dha.Akkuma nama namoonni fuula isaanii irraa garagalfatanii,inni ni tuffatame; nus ulfina hin kennineef.

    10Taʼus isa dirmammeessuu fi isa dhiphisuun fedhii Waaqayyoo ture;Waaqayyo lubbuu isaa aarsaa yakkaa godhu iyyuuinni sanyii isaa ni arga; umurii isaas ni dheeressa;fedhiin Waaqayyoos harka isaatti ni raawwatama.

  10. 2 Coríntios 6

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 4–15 de 18

    4Qooda kanaa nu karaa hundaan akka tajaajiltoota Waaqaatti of dhiʼeessina; obsa guddaadhaan, dhiphinaan, gidiraa fi yaaddoon,

    14Warra hin amanneen walitti hin camadaminaa. Qajeelummaa fi jalʼinni maal wal irraa qabu? Yookaan ifni dukkana wajjin tokkummaa maalii qaba?

    15Kiristoosii fi Belhor gidduu walii galtee maaliitu jira? Namni amanu tokko nama hin amanne wajjin maal wal irraa qaba?

  11. Provérbios 29

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 29
    Mostrando versículos 18–25 de 27

    18Iddoo mulʼanni hin jirretti sabni gad dhiisii taʼa;namni seera eegu garuu eebbifamaa dha.

    20Ati nama jarjarsuun dubbatu argitee?Isa irra gowwaatu abdii caalu qaba.

    25Nama sodaachuun kiyyoo namatti taʼa;kan Waaqayyoon amanatu garuu nagaadhaan jiraata.

  12. Hebreus 3

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 6–14 de 19

    6Kiristoos garuu akka Ilmaatti mana Waaqaa irratti amanamaa dha. Nus yoo ija jabina keenyaa fi abdii ittiin boonnu sana jabeessinee qabanne, nu mana isaa ti.

    8akka yeroo qorumsaa gammoojjiikeessatti finciluun gootan sana,mataa hin jabaatinaa;

    14Nus yoo amantii keenya isa jalqabaa sana hamma dhumaatti jabeessinee qabanne Kiristoos wajjin hirmaattota ni taanaatii.

  13. Jó 8

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 8
    Mostrando versículos 11–14 de 22

    11Dhallaadduun lafa caffee hin taʼinitti guddataa?Shambaqqoonis bishaan malee lalisaa?

    13Dhumni warra Waaqa irraanfataniis akkasuma taʼa;abdiin warra Waaqa hin beeknees ni bada.

    14Abdiin isaa akkuma salphaatti cita;ofitti amanachuun isaas manʼee sariitii ti.

  14. 1 Crônicas 3

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 3–18 de 24

    3shanaffaan Shefaaxiyaa ilma Abiixaal;jaʼaffaan Yitreʼaam kan inni niitii isaa Eglaa irraa dhalchee dha.

    7Noogaa, Nefeg, Yaafiiyaa,

    18Malkiiraam, Phedaayaa, Shenaaxaar, Yeqameyaa, Hooshaamaa fi Nedaabiyaa.

  15. Salmos 49

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 49
    Mostrando versículos 2–13 de 20

    2xinnaa fi guddaan, sooressii fi hiyyeessi walumaandhaggeeffadhaa; kunis:

    6Isaan qabeenya isaanii amanatu;guddina sooruma isaaniitiinis boonu.

    13Wanni namoota ofitti amanatanii fiwarra isaan duukaa buʼanii dubbii isaanii hoʼisan eeggatu kanuma.

  16. Romanos 10

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 4–17 de 21

    4Akka namni amanu hundinuu qajeelummaa argatuuf Kiristoos raawwii seeraatii.

    10Namni garaa isaatiin amanee qajeelaa taasifamaatii; afaan isaatiinis dhugaa baʼee fayya.

    17Egaa amantiin ergaa dhagaʼuudhaan dhufa; ergaan kunis karaa dubbii waaʼee Kiristoosiin dhagaʼama.

  17. Isaías 24

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 24
    Mostrando versículos 2–17 de 23

    2Kan saba irra gaʼu luba irra,kan garbicha irra gaʼu gooftaa irra,kan garbittii irra gaʼu giiftii irra,kan bitataa irra gaʼu gurgurataa irra,kan isa ergifatu irra gaʼu, isa ergisu irra,kan liqeeffataa irra gaʼu, isa liqeessu ni gaʼaatii.

    14Isaan sagalee ol fudhatanii gammachuun iyyu;gama lixa biiftuutti ulfina Waaqayyoo labsu.

    17Yaa uummata lafa irraa,sodaan, qilee fi kiyyoon si eeggatu.

  18. Provérbios 23

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 23
    Mostrando versículos 18–33 de 35

    18Ati dhugumaan gara fuulduraatti abdii qabda;abdiin kees hin citu.

    28Isheen akkuma saamtuutti riphxee nama eeggatti;namoota gidduuttis warra hin amanamne baayʼifti.

    33Iji kee waan haaraa arga;qalbiin kees jalʼina yaada.

  19. 1 Crônicas 4

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 7–30 de 43

    7Ilmaan Heelaa:Zeret, Zooharii fi Etnaan;

    29Bilihaa, Ezem, Toolaad,

    30Betuuʼeel, Hormaa, Siiqlaag,

  20. Jó 29

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 29
    Mostrando versículos 20–23 de 25

    20Ulfinni koo na keessatti haaraa taʼee jiraata;iddaanis harka koo keessatti haaromfama.’

    21"Namoonni calʼisanii gorsa koo eeggachaaabdiidhaan na dhaggeeffatu.

    23Isaan akkuma nama bokkaa eeggatuutti na eeggatan;dubbii koos akkuma bokkaa arfaasaa dhugan.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo