Pular para o conteúdo
Publicidade

Resultados da busca por "salvação"

200 resultados encontrados

  1. Romanos 6

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 2–18 de 23

    2Gonkumaa hin taʼu! Nu warri cubbuuf duune, siʼachi akkamitti cubbuu jala jiraanna?

    7namni duʼe cubbuu irraa bilisoomeeraatii.

    18Isin cubbuu irraa bilisoomtanii garboota qajeelummaa taataniirtu.

  2. Atos 9

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 9
    Mostrando versículos 11–31 de 43

    11Gooftaanis akkana jedheen; "Kaʼii gara daandii ‘Qajeelaa’ jedhamu sanaa mana Yihuudaa dhaqiitii nama Saaʼol jedhamu kan Xarseesii dhufe tokko iyyaafadhu; inni kadhannaa irra jiraatii.

    18Yommusuma wanni akka qolaa ija Saaʼol irraa harcaʼe; inni ammas arguu dandaʼe. Kaʼees cuuphame.

    31Kanaafis waldaan kiristaanaa Yihuudaa, Galiilaa fi Samaariyaa keessa jirtu guutummaatti nagaa argatte; ni cimtes. Isheenis Hafuura Qulqulluudhaan jajjabaatee sodaa Gooftaatiin jiraachuudhaan baayʼinaan guddachaa deemte.

  3. Lucas 20

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 20
    Mostrando versículos 22–33 de 47

    22Qeesaariif gibira kaffaluun eeyyamameera moo hin eeyyamamne?"20:22 Qeesaariif gibira kaffaluun – Mootummaan Roomaa biyya isaanii qabachuu isaa Yihuudoonni hin beekan ture. Utuu Yesuus hin dhufin waggaa digdamii shaniin dura, sababii gibira kaffaluutiin mootummaa Roomaatti mormiin guddaan tokko kaʼee ture. Kanaaf gaaffiin kun gaaffii micciiramaa dha. Yesuus yoo kaffaltii gibiraa deeggare, fudhatama nama biratti qabu sana dhaba. Yoo kaffaltii gibiraa morme immoo dabarfamee abbootii aangoo mootummaatti kennama.

    30Inni lammaffaan,

    33Egaa guyyaa duʼaa kaʼuutti isheen niitii isa kamii taati? Torban isaanii iyyuu ishee fuudhaniiruutii."

  4. Oséias 14

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 14
    Mostrando versículos 1–9 de 9

    1Yaa Israaʼel, gara Waaqayyo Waaqa keetiitti deebiʼi.Ati sababii cubbuu keetiitiif gufatteetii!

    6dameen isaa ni guddata.Miidhaginni isaa akkuma muka ejersaa taʼa;urgaan isaa akkuma gaattiraa Libaanoon.

    9Namni ogeessi eenyu? Inni waan kana ni beeka.Qalbii qabeessi eenyu? Inni waan kana ni hubata.Karaan Waaqayyoo qajeelaa dha;namni qajeelaan isa irra deema;finciltoonni garuu isa irratti gufatu.

  5. Provérbios 20

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 20
    Mostrando versículos 10–30 de 30

    10Madaalii jalʼaa fi safartuu jalʼaalamaanuu Waaqayyo ni balfa.

    24Adeemsi namaa Waaqayyoon qajeelfama.Yoos namni kam iyyuu akkamiin karaa ofii isaa hubachuu dandaʼa ree?

    30Abootteen nama madeessu hammina nama irraa qulqulleessa;garaffiin immoo keessa namaa geeddara.

  6. Deuteronômio 5

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 17–19 de 33

    17Hin ajjeesin.

    18Hin ejjin.

    19Hin hatin.

  7. Isaías 57

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 57
    Mostrando versículos 2–19 de 21

    2Namni qajeelummaadhaan jiraatu,gara nagaa seena;isaan siree isaanii irra boqotu.

    4Isin eenyutti qoostu?Eenyutti afaan banattu?Eenyuttis arraba baaftu?Isin ilmaan finciltootaa,sanyii sobdootaa mitii?

    19arraba boossuuwwan Israaʼel keessa jiraatanii irrattis galata nan uuma.Warra fagoo jiraataniif nagaan, warra dhiʼoo jiraataniifis nagaan haa taʼu.Anis isaan nan fayyisa" jedha Waaqayyo.

  8. 1 Samuel 2

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 2
    Mostrando versículos 7–29 de 36

    7Waaqayyo ni hiyyoomsa; ni sooromsas;ni salphisa; ni ulfeessas.

    26Saamuʼeel mucichis guddachaa deemee fuula Waaqayyootii fi fuula namaa duratti surraa argate.

    29Egaa isin maaliif qalmaa fi aarsaa ani ajaje sana tuffatu? Ati maaliif aarsaa saba koo Israaʼeliin dhiʼeeffamu keessaa filatamaa isaa nyaatanii of gabbisuudhaan ana caalaatti ijoollee keetiif ulfina kennita?’

  9. Tiago 5

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 5
    Mostrando versículos 6–14 de 20

    6Nama qajeelaa isiniin hin morminetti murtanii ajjeeftu.

    13Isin keessaa namni dhiphachaa jiru jiraa? Inni haa kadhatu. Namni gammadu jiraa? Inni faarfannaa galataa haa faarfatu.

    14Isin keessaa namni dhukkubsatu jiraa? Inni jaarsolii waldaa kiristaanaa haa waamsifatu; isaanis maqaa Gooftaatiin zayitii isa dibanii haa kadhataniif.

  10. Jeremias 17

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 17
    Mostrando versículos 6–12 de 27

    6Inni akka daggala gammoojjii keessaa taʼa;yeroo wanni gaariin dhufutti hin argu.Inni gammoojjii keessaa iddoo gogaabiyya soogiddaa kan namni tokko iyyuu hin jiraanne keessa jiraata.

    9Garaan namaa waan hunda caalaa haxxee dha;garmalees hamaa dha.Eenyutu isa hubachuu dandaʼa?

    12Teessoon ulfina qabeessi durumaa jalqabee ol ol jedhu sun,iddoo qulqullummaa keenyaa ti.

  11. 2 Crônicas 4

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 4
    Mostrando versículos 14–21 de 22

    14baattuuwwan caabii isaanii wajjin;

    15gaanichii fi korommiin loonii kudha lamaan isa jalaan jiru;

    21daraarawwan, ibsaawwanii fi qabduuwwan warqee qulqulluu irraa hojjetaman;

  12. Mateus 10

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 10
    Mostrando versículos 8–28 de 42

    8Dhukkubsattoota fayyisaa; warra duʼan kaasaa; warra lamxaaʼan qulqulleessaa; hafuurota hamoo baasaa. Tola waan argattaniif toluma kennaa.

    12Yommuu mana sana seentanittis nagaa gaafadhaa.

    28Warra foon malee lubbuu ajjeesuu hin dandeenye hin sodaatinaa. Qooda kanaa Isa gahaannam keessatti foonii fi lubbuu balleessuu dandaʼu sana sodaadhaa.

  13. Malaquias 3

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 3–14 de 18

    3Inni akkuma nama meetii baqsee qulqulleessuu ni taʼa; Lewwotas calalee akka warqeettii fi meetiitti qulqulleessa. Ergasiis Waaqayyo namoota qajeelummaadhaan aarsaa isaaf fidan ni qabaata;

    8"Namni Waaqa ni saamaa?" Taʼus isin na saamtan."Isin garuu, ‘Nu akkamiin si saamne?’ jettanii gaafattu."Kudhan keessaa tokkoo fi aarsaadhaan.

    14"Isin akkana dubbattan; ‘Waaqa tajaajiluun faayidaa hin qabu. Nu fedhii isaa duukaa buunee akkuma nama booʼuu, fuula Waaqayyo Waan Hunda Dandaʼuu dura jooruudhaan maal arganne?

  14. Oséias 6

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 6
    Mostrando versículos 1–10 de 11

    1"Kottaa gara Waaqayyootti deebinaa.Inni nu ciccireera;garuu nu fayyisa;inni nu madeesseera;garuu madaa keenya ni waldhaana.

    8Giliʼaad magaalaa hamootaakan dhiigaan faalamtee dha.

    10Ani mana Israaʼel keessattiwaan suukaneessaa tokko argeera.Achitti Efreem ni sagaagale;Israaʼelis ni xuraaʼe.

  15. Êxodo 26

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 26
    Mostrando versículos 18–23 de 37

    18Gama kibba dunkaana qulqulluu sanaatiifis tuggeewwan digdama hojjedhu;

    22Karaa lixa biiftuutiin, dugda duuba dunkaana qulqulluu sanaatiif tuggee jaʼa tolchi;

    23karaa dugda duubaas golee dunkaana qulqulluu sanaatiif utubaa lama tolchi.

  16. 1 Crônicas 3

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 3
    Mostrando versículos 3–18 de 24

    3shanaffaan Shefaaxiyaa ilma Abiixaal;jaʼaffaan Yitreʼaam kan inni niitii isaa Eglaa irraa dhalchee dha.

    7Noogaa, Nefeg, Yaafiiyaa,

    18Malkiiraam, Phedaayaa, Shenaaxaar, Yeqameyaa, Hooshaamaa fi Nedaabiyaa.

  17. Salmos 136

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 136
    Mostrando versículos 1–26 de 26

    1Waaqayyoof galata galchaa; inni gaariidhaatii.Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

    2Waaqa waaqotaatiif galata galchaa.Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

    26Waaqa samiitiif galata galchaa.Jaalalli isaa bara baraan jiraata.

  18. Jó 25

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 25
    Mostrando versículos 1–4 de 6

    1Bildaad Shuhaahichi akkana jedhee deebise:

    3Loltoonni isaa lakkaaʼamuu dandaʼuu?Ifni isaa eenyu irratti utuu hin baʼin hafa?

    4Yoos namni akkamitti fuula Waaqaa duratti qajeelaa taʼuu dandaʼa ree?Namni dubartii irraa dhalate akkamitti qulqulluu taʼuu dandaʼa?

  19. Colossenses 1

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 1
    Mostrando versículos 13–17 de 29

    13Inni taayitaa dukkanaa jalaa nu baasee gara mootummaa Ilma inni jaallatuutti nu dabarseeraatii;

    14nus isumaan furama, jechuunis dhiifama cubbuu arganneerra.

    17Inni waan hunda dura jira; wanni hundinuu isumaan wal qabatee dhaabata.

  20. Levítico 11

    Kitaaba Qulqulluu, Biblica Hiikkaa Ammayyaa Banamaa Haaraa, Loqoda Dhiʼaa
    Capítulo 11
    Mostrando versículos 14–37 de 47

    14culullee, culullee gurraacha gosa garaa garaa,

    18urunguu adii, urunguu gammoojjii, allaattii raqaa,

    37Raqni tokko sanyii facaafamuuf jiru irra yoo buʼe sanyiin sun qulqulluu taʼee hafa.

Léxico (correspondência exata) Semântico (correspondência relacionada) Versículos omitidos Contexto do capítulo