18 Waaqayyo akkana jedha;
kan samiiwwan uume, inni Waaqa;
inni lafa miidhagsee tolchee ishee hundeesse;
inni akka isheen iddoo jireenyaa taatuuf ishee uume malee
akka isheen ona taatuuf ishee hin uumne;
inni akkana jedha;
"Ani Waaqayyo; ana malee kan biraa hin jiru.