Publicidade

Jeremias 23

32 "Ani dhugumaan warra abjuu sobaa raajaniin nan morma" jedha Waaqayyo, "Isaan soba itti odeessanii saba koo karaa irraa balleessu; ani garuu isaan hin ergine yookaan isaan hin muudne. Isaan gonkumaa saba kana hin fayyadan" jedha Waaqayyo.

Veja também

Bíblia Online Bíblia Online

Bíblia Online • Versão: 2026-07-05_19-25-13-