13 Qorama nama irra gaʼu malee qoramni tokko iyyuu isinitti hin dhufne. Allaahanis amanamaa dha; inni akka isin waan baachuu hin dandeenyeen qoramtan isin hin godhu. Yommuu qoramtanitti garuu inni akka isin obsuu dandeessaniif karaa ittiin keessaa baatan isiniif qopheessa.
Publicidade
1 Qorontos 10:13
KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
13 ቆረመ ነመረ ገኡ መሌ ቆረምን ቶኮዩ እስንት ህንዹፍኔ። ዋቅንስ አመነማዸ፤ እን አከ እስን ዋን ባቹ ህንደንዴኜን ቆረምተን እስን ህንጎዹ። ዮሙ ቆረምተንት ገሩ እን አከ እስን ኦብሱ ደንዴሰኒፍ ከራ እቲን ኬሳ ባተን እስኒፍ ቆጴሰ።
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
13 Qorama nama irra gaʼu malee qoramni tokko iyyuu isinitti hin dhufne. Waaqnis amanamaa dha; inni akka isin waan baachuu hin dandeenyeen qoramtan isin hin godhu. Yommuu qoramtanitti garuu inni akka isin obsuu dandeessaniif karaa ittiin keessaa baatan isiniif qopheessa.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.