23 Ani waanan dabarsee isinitti kenne kana Gooftaa irraa fudhadheeraatii; Gooftaa Iisaan halkan dabarfamee kenname sana buddeena fuudhee, 24 galata galche; buddeena sanas caccabsee, "Kun foon koo kan isiniif taʼuu dha; kanas yaadannoo kootiif godhadhaa" jedhe. 25 Akkasumas irbaata booddee xoofoo fuudhee, "Xoofoon kun kakuu haaraa dhiiga kootiin taʼuu dha; yeroo isa dhugdan hunda na yaadachuuf godhadhaa" jedhe. 26 Isinis hamma Gooftaan dhufutti yeroo buddeena kana nyaattanii xoofoo kana dhugdan hunda duʼa isaa ni labsitu.
1 Qorontos 11:23-26
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
23 አን ዋነን ደበርሴ እስንት ኬኔ ከነ ጎፍታራ ፉዸዼራቲ፤ ጎፍታ ዬሱስ ሀልከን ጋፈ ደበርፈሜ ኬነሜ ሰና ቡዴነ ፉዼ፣ 24 ገለተ ገልቼ፤ ቡዴነ ሰነስ ጨጨብሴ፣ "ኩን ፎንኮ ከን እስኒፍ ተኡዸ፤ ከነስ ያደኖኮቲፍ ጎዸዻ" ጄዼ። 25 አከሱመስ እርባተ ቦዴ ጦፎ ፉዼ፣ "ጦፎን ኩን ከኩ ሃራ ዺገኮቲን ተኡዸ፤ ዬሮ እሰ ዹግደን ሁንደ ነ ያደቹፍ ጎዸዻ" ጄዼ። 26 እስንስ ሀመ ጎፍታን ዹፉት ዬሮ ቡዴነ ከነ ኛተኒ ጦፎ ከነ ዹግደን ሁንደ ዱአሳ ንለብስቱ።
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
23 Ani waanan dabarsee isinitti kenne kana Gooftaa irraa fudhadheeraatii; Gooftaa Yesuus halkan dabarfamee kenname sana buddeena fuudhee, 24 galata galche; buddeena sanas caccabsee, "Kun foon koo kan isiniif taʼuu dha; kanas yaadannoo kootiif godhadhaa" jedhe. 25 Akkasumas irbaata booddee xoofoo fuudhee, "Xoofoon kun kakuu haaraa dhiiga kootiin taʼuu dha; yeroo isa dhugdan hunda na yaadachuuf godhadhaa" jedhe. 26 Isinis hamma Gooftaan dhufutti yeroo buddeena kana nyaattanii xoofoo kana dhugdan hunda duʼa isaa ni labsitu.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.