10 Namni yaada dadhabaa qabu tokko yoo utuu ati iyyuu namni beekumsa qabdu mana qulqullummaa waaqeffatamaa tolfamaa keessatti nyaattuu si arge inni waan waaqeffatamtoota tolfamoof dhiʼeeffame sana nyaachuuf ija hin jabaatuu? 11 Akkasiin obboleessi dadhabaan Al-Masiihiin isaaf jedhee duʼe kun beekumsa keetiin bada. 12 Isinis yoo karaa kanaan obboloota keessanitti cubbuu hojjettan, yaada isaanii isa dadhabaas yoo madeessitan, isin Al-Masiihitti cubbuu hojjettu. 13 Kanaafuu yoo wanni ani nyaadhu obboleessa koo gufachiise, ani akka obboleessi koo hin gufanneef gonkumaa deebiʼee foon hin nyaadhu.
1 Qorontos 8:10-13
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
10 ነምን ያደ ደዸባ ቀቡ ቶኮ ዮ ኡቱ አትዩ ነምን ቤኩምሰ ቀብዱ መነ ቁልቁሉማ ዋቀ ቶልፈማ ኬሰት ኛቱ ስ አርጌ እን ዋን ዋቆተ ቶልፈሞፍ ዽኤፈሜ ሰነ ኛቹፍ እጀ ህንጀባቱ? 11 አከሲን ኦቦሌስ ደዸባን ክርስቶስ እሳፍ ጄዼ ዱኤ ኩን ቤኩምሰኬቲን በደ። 12 እስንስ ዮ ከራ ከናን ኦቦሎተኬሰንት ጩቡ ሆጄተን፣ ያደሳኒ እሰ ደዸባስ ዮ መዴስተን፣ እስን ክርስቶስት ጩቡ ሆጄቱ። 13 ከናፉ ዮ ወን አን ኛዹ ኦቦሌሰኮ ጉፈቺሴ፣ አን አከ ኦቦሌስኮ ህንጉፈትኔፍ ጎንኩማ ዴብኤ ፎን ህንኛዹ።
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
10 Namni yaada dadhabaa qabu tokko yoo utuu ati iyyuu namni beekumsa qabdu mana qulqullummaa Waaqa tolfamaa keessatti nyaattuu si arge inni waan waaqota tolfamoof dhiʼeeffame sana nyaachuuf ija hin jabaatuu? 11 Akkasiin obboleessi dadhabaan Kiristoos isaaf jedhee duʼe kun beekumsa keetiin bada. 12 Isinis yoo karaa kanaan obboloota keessanitti cubbuu hojjettan, yaada isaanii isa dadhabaas yoo madeessitan, isin Kiristoositti cubbuu hojjettu. 13 Kanaafuu yoo wanni ani nyaadhu obboleessa koo gufachiise, ani akka obboleessi koo hin gufanneef gonkumaa deebiʼee foon hin nyaadhu.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.