11 Isin akka nu akkuma abbaan ijoollee isaa gorsee jajjabeessutti tokkoo tokkoo keessaniif taane ni beektuutii; 12 kunis akka isin jireenya Allaah isa mootummaa isaattii fi ulfina isaatti isin waamu sanaaf malu jiraattaniif.
Publicidade
1 Tasaloniiqee 2:11,12
KQTAB Oromo Contemporary Scriptures
Em outras traduções
- ONOCV New Oromo Contemporary Version
11 እስን አከ ኑ አኩመ አባን እጆሌሳ ጎርሴ ጀጀቤሱት ቶኮ ቶኮኬሰኒፍ ታኔ ንቤክቱቲ፤ 12 ኩንስ አከ እስን ጅሬኘ ዋቀ እሰ ሞቱማሳቲፊ ኡልፍነሳት እስን ዋሙ ሰናፍ መሉ ጅራተኒፍ።
- HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental
11 Isin akka nu akkuma abbaan ijoollee isaa gorsee jajjabeessutti tokkoo tokkoo keessaniif taane ni beektuutii; 12 kunis akka isin jireenya Waaqa isa mootummaa isaattii fi ulfina isaatti isin waamu sanaaf malu jiraattaniif.
Direitos das traduções citadas
Estes versículos te tocaram? Ore agora!
+581 estão orando agora.
Junte-se à corrente de oração.