Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Qorontos 10:4,5

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

4 Miʼi waraanaa kan nu ittiin lollu kan daʼannoo jigsuudhaaf humna Allaaha qabuudha malee miʼa waraana foonii miti. 5 Mormii fi of tuulummaa beekumsa Allaaha irratti kaʼu hunda ni diigna; yaada hundas boojinee Al-Masiihiif akka ajajamu ni goona.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    4 ምእ ወራና ከን ኑ እቲን ሎሉ ከን ደአኖ ጅግሱዻፍ ሁምነ ዋቃ ቀቡዸ መሌ ምአ ወራነ ፎኒ ምት። 5 ሞርሚፊ ኦፍ ቱሉማ ቤኩምሰ ዋቃረት ከኡ ሁንደ ንዲግነ፤ ያደ ሁንደስ ቦጅኔ ክርስቶሲፍ አከ አጀጀሙ ንጎነ።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    4 Miʼi waraanaa kan nu ittiin lollu kan daʼannoo jigsuudhaaf humna Waaqaa qabuudha malee miʼa waraana foonii miti. 5 Mormii fi of tuulummaa beekumsa Waaqaa irratti kaʼu hunda ni diigna; yaada hundas boojinee Kiristoosiif akka ajajamu ni goona.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.