Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Qorontos 12:10

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

10 Ani waaʼee Al-Masiihiif jedhee dadhabbii keessatti, arrabsoo keessatti, gidiraa keessatti, ariʼatama keessatti, rakkina keessattis gammaduun koo kanumaaf. Yoos ani yeroon dadhabutti nan jabaadhaatii.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    10 አን ዋኤ ክርስቶሲፍ ጄዼ ደዸቢ ኬሰት፣ አረብሶ ኬሰት፣ ግድራ ኬሰት፣ አርአተመ ኬሰት፣ ረክነ ኬሰትስ ገመዱንኮ ከኑማፍ። ዮስ አን ዬሮን ደዸቡት ነንጀባዻቲ።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    10 Ani waaʼee Kiristoosiif jedhee dadhabbii keessatti, arrabsoo keessatti, gidiraa keessatti, ariʼatama keessatti, rakkina keessattis gammaduun koo kanumaaf. Yoos ani yeroon dadhabutti nan jabaadhaatii.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.