Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Qorontos 2:14

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

14 Allaah yeroo hunda akka nu Al-Masiihiin moʼannoo qabaannu nu taasisee urgaa beekumsa isaa karaa keenyaan iddoo hundatti facaasuuf galanni haa taʼu.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    14 ዋቀ ዬሮ ሁንደ አከ ኑ ክርስቶሲን ሞአኖ ቀባትኑ ኑ ታስሴ ኡርጋ ቤኩምሰሳ ከራኬኛን እዶ ሁንደት ፈጫሱፍ ገለን ሃተኡ።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    14 Waaqa yeroo hunda akka nu Kiristoosiin moʼannoo qabaannu nu taasisee urgaa beekumsa isaa karaa keenyaan iddoo hundatti facaasuuf galanni haa taʼu.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.