Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Qorontos 5:10

KQTAB Oromo Contemporary Scriptures

10 Tokkoon tokkoon namaa yeroo dhagna fooniitiin jiraachaa turetti akka hojii tolaa yookaan hamaa hojjeteef gatii isaa argatuuf hundi keenya barcuma murtii Al-Masiihii duratti dhiʼaachuu qabnaatii.

Em outras traduções

  1. ONOCV New Oromo Contemporary Version

    10 ቶኮን ቶኮን ነማ ዬሮ ዸግነ ፎኒቲን ጅራቻ ቱሬት አከ ሆጂ ቶላ ዮካን ሀማ ሆጄቴፍ ገቲሳ አርገቱፍ ሁንድኬኘ በርጩመ ሙርቲ ክርስቶስ ዱረት ዽኣቹ ቀብናቲ።

  2. HABH Nova Versão Contemporânea Oromo Aberta, Ocidental

    10 Tokkoon tokkoon namaa yeroo dhagna fooniitiin jiraachaa turetti akka hojii tolaa yookaan hamaa hojjeteef gatii isaa argatuuf hundi keenya barcuma murtii Kiristoos duratti dhiʼaachuu qabnaatii.

Direitos das traduções citadas

Estes versículos te tocaram? Ore agora!

+581 estão orando agora.

Junte-se à corrente de oração.