Pular para o conteúdo
Publicidade

2 Pedro 3

Yaada Xumuraa

17 Kanaaf yaa michoota jaallatamoo, isin sababii duraan dursitanii waan kana beektaniif akka dogoggora finciltootaatiin fudhatamtanii hundee jabaattanii irra dhaabattan irraa hin kufneef of eeggadhaa. 18 Garuu ayyaanaa fi beekumsa Gooftaa keenyaa fi Fayyisaa keenya Iisaa Al-Masiihiin guddadhaa.

Ammas, bara baraanis ulfinni isaaf haa taʼu! Ameen.

Veja também

2 Pedro
Ver todos os capítulos de 2 Pedro