Pular para o conteúdo
Publicidade

Daniel 3

28 Kana irratti Nebukadnezar akkana jedhe; "Allaah Shaadraak, Meeshakii fi Abdanaagoo isa malaʼikkaa isaa ergee tajaajiltoota isaa baraareef galanni haa taʼu! Isaan isa amanatanii ajaja mootii didanii akka Allaah isaanii malee waaqeffatamtoota biraa hin tajaajille yookaan hin waaqeffanne lubbuu isaanii dabarsanii kennaniiru. 29 Kanaafuu Allaahan akkasitti nama oolchu kan biraa Allaah hin jirreef, ani akka uummanni saba kamii iyyuu yookaan afaan kamii iyyuu yoo Allaah Shaadraak, Meeshakii fi Abdanaagoo irratti waan hamaa dubbate kukkutamu, akka manni isaas tuullaa waan diigamee taʼu labseera."

Veja também